Humna nageenyaafi tasgabbii wal fakkaatu gurmeessuuf hojiin eegalame – Hoggantoota nageenyaaf…
Finfinnee, Eebla1, 2015 (FBC) – Humna nageenyaafi tasgabbii wal fakkaatu gurmeessuuf hojiin eegalamuu Hoggantoonni nageenyaaf Tasgabbii Naannoolee beeksisaniiru.
Hojiin humna addaa irra…