Oduu biyya keessaa Olka’iinsa Finfinnee Ciminaafi kutannoon argame Sifen Megersa Sep 18, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2019 (FMC) – Magaalaa Finfinnee akka maqaa ishee miidhagduu, hawwattuu fi jiraattootaaf mijattuu taasisuuf hojiin hojjetame roga maraan bu’aa qabatamaa galmeessera.…
Ispoortii Taphoonni torbee 5ffaa Piriimeer Liigii Ingilaandi har’aa eegaluun taphatamu Sifen Megersa Sep 18, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2019 (FMC) – Taphoonni torbee 5ffaa Piriimeer Liigii Ingilaandi tapha har’a Bireentifoordi - Cheelsii keessummeessun eegalamu. Bireentifoordi har’a halkan sa’aatii…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Shaampiyoonaa Yaa’ii BRICS 18ffaati – Dippiloomaatii Chaayinaa Sifen Megersa Sep 18, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2019 (FMC) –Hariiroon hundagaleessi Itiyoophiyaa fi Chaayinaa bu’aa qabatamaa galmeessaa jira jedhe Itiyoophiyaatti Imbaasiin Chaayinaa. Murannoo siyaasaa…
Oduu biyya keessaa Hidhattoonni garee seeraan alaa ABUT 300 ta’an Ajaja Kaaba Lixaatti harka kennatan Yonatan Birhanu Sep 18, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2019 (FMC) — Qophii waraanaa gareen nagaa hinjaallane ABUT gochaa jiru jibbuu fi garicha waliin waraanuu baqachuun hidhattoonni garichaa 300 ta'an Raayyaa Ittisaa…
Oduu biyya keessaa Dubbatanii Hojjechuu, Waadaa Galanii Raawwachuu… Yonatan Birhanu Sep 18, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2019(FMC) – Tajajjilli Kominikeeshinii Mootummaa barri darbee waadaawwan seenamanii turan kan itti raawwatamanii dha jedhe. Tajaajilichi ergaa fuula miidiyaa…
Oduu biyya keessaa Wabii midhaan nyaataa mirkaneessuuf biyyoonni naannawichaa tumsaan hojjechuu qabu- IGAD Ayana Dheressa Sep 17, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2019(FMC)- Wabii midhaan nyaataa mirkaneessuuf biyyoonni naannawichaa tumsaan hojjechuu qabu jedhan Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Misoomaa Mootummoota Baha Afrikaa(…
Oduu biyya keessaa Gaaffii ulaa galaanaa Itiyoophiyaa mirkaneessuun faayidaa biyyaalessaa eegsisuudha- Obbo Qajeelaa… Ayana Dheressa Sep 17, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2019(FMC)- Gaaffii ulaa galaanaa Itiyoophiyaa mirkaneessuun faayidaa biyyaalessaa eegsisuu fi birmadummaa diinagdee mirkaneessuudha jedhan Gorsaan Dhimma…
Oduu biyya keessaa Mootummaan kenna tajaajilaa si’eessuuf dhaabbilee garaagaraa ijaaraa jiraa – Obbo… Ayana Dheressa Sep 17, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2019 (FMC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa kenna tajaajilaa caalmaatti si'eessuuf dhaabbilee garaagaraa ijaaraa jira jedhan Sadarkaa Itti aanaa Pireezidaantiitti…
Oduu biyya keessaa Ayyaanonni dirree miidhaginaan akka kabajamaniif ga’een dargaggootaa murteessaa dha Yonatan Birhanu Sep 17, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2019(FMC) – Waltajjiin xumuraa konfiransii sadarkaa magaalaa mata duree “waliigalteen waloo nageenya waaraaf” jedhuun Biiroon Nageenyaa fi Tasgabbii magaalaa…
Oduu biyya keessaa Finfinnee magaalota addunyaaf fakkeenya taate Ayana Dheressa Sep 17, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2019(FMC)- Finfinneen magaalaa saaxilamummaa balaa gadi aanaa qabdu, nageenyummaan ishee eegameefi jijjiirama qabeenya qilleensaa dandamattu jedhamuun Afrikaa irraa…