Ispoortii Itiyoophiyaa vs Taanzaaniyaa… Sifen Megersa Sep 19, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2019 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa umrii waggaa 20 gadii har’a gita isaa Taanzaaniyaa waliin taphata. Tapha gulaallii waancaa Seekaafaa…
Oduu biyya keessaa Yaadama Ida’amuun daandii injifannoo haaraa Sifen Megersa Sep 19, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2019 (FMC) – Itiyoophiyaan yaadama Ida’amuun daandii injifannoo haaraa galmeessaa jirti. Imala Badhaadhinaa yaadama Ida'amuun masakame hojiirra oolchuun…
Biiznasii Baankiin Wagaagan taaksiin dura Birrii biiliyoona 4.3 bu’aa argate Sifen Megersa Sep 19, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2019 (FMC) - Baankiin Wagaagan bara baajataa 2018 keessaa taaksiin dura Birrii biiliyoona 4.3 bu’aa argadhe jedhe. Baankichi yaa’ii idilee 33ffaa fi yaa’ii…
Ispoortii Dorgommiin daandiirraa Atileetiksii Addunyaa Kooppeenhagenitti har’a gaggeeffama Tsehay Guluma Sep 19, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2019 (FMC)- Dorgommiin daandiirraa Atileetiksii Addunyaa Kooppeenhagen Deenmaarkitti har'a ni gaggeeffama. Dorgommichi guyyoota lamaaf kan gaggeeffamu…
Ispoortii Arsenaal Biraayitan waliin – Taphoota Piriimeer Liigii har’aa Yonatan Birhanu Sep 19, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2019 (FMC) — Sagantaa torbee 5ffaa Piriimeer Liigii Ingiliziin har’a taphoonni 5 ni taphatamu. Sagantaa guyyaa har’aan jalqaba irratti Tootenhaam Hootspur fi…
Oduu biyya keessaa Galaanni Diimaan Itiyoophiyaa barbaada! Yonatan Birhanu Sep 19, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2019 (FMC) — Waraana Baha Giddu galeessaa Iraan Ameerikaa fi Israa’el waliin walitti bu’iinsa keessa galteen, keessumaa cufamuun ulaa Hormuz, sochii daldalaa fi…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa Baratte! Yonatan Birhanu Sep 19, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2019 (FMC) — Pirojeektiin Ijaarsi biyya tokkoo bu’uuraalee misoomaa fi guddina diinagdee qofa irratti kan hundaa’u miti; dhaloota beekumsa, dandeettii fi naamusa qabu…
Ispoortii Cheelsiin Bireentfoordiin injifatame Yonatan Birhanu Sep 19, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2019(FMC) - Tapha Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 5ffaan Bireentfoord Cheelsii 3-0'n injifateera. Kanaanis Cheelsiin bara dorgommii kanatti yeroo 2ffaaf mo'amuu…
Oduu biyya keessaa Harar bakka hawwata turizimii filatamaa taasisuuf hojiiwwan hojjetamaa jiran bu’a qabeessa- Obbo… Tsehay Guluma Sep 18, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2019 (FMC) - Harar bakka hawwata turizimii filatamaa taasisuuf hojiiwwan hojjetamaa jiran bu’a qabeessaafi jajjabeessaadha jedhan Pireezidaantiin Mana Murtii…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Duraa Waggaa 1ffaa Bara Hojii Caffee 7ffaa Fulbaana 15 – 18 gaggeeffama Tsehay Guluma Sep 18, 2026 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2019 (FMC) Yaa'iin Duraa Waggaa 1ffaa Bara Hojii Caffee 7ffaa Fulbaana 15 - 18 Bara 2019 Magaalaa Adaamaa Galma Caffeetti ni gaggeeffama. Haaluma kanaan Filannoo…