Koreen Fannoo Diimaa Idil Addunyaa abbootii warraa kuma 4 oliif deeggarsa meeshaalee taasise
Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC) – Koreen Fannoo Diimaa Idil Addunyaa Godina Wallagga Bahaa aanaa Guutoo Giddaatti abbootii warraa kuma 4 fi 350f deeggarsa meeshaalee taasiseera.…