“Tokkummaan Oromoo nageenya Oromiyaa fi biyyaatiif wabiidha” – Abbaa Gadaa Goobana Hoolaa
Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC) – Tokkummaan Oromoo nageenya Oromiyaa fi biyyaatiif wabii ta’uu Abbaan Gadaa Tuulamaa fi Barreessaan Abbootii Gadaa Oromoo Goobana Hoolaan ibsan.…