Horsiisee bultoota aanaa Madda Walaabuutiif deeggarsi marga loonii hidhaan kumni 2 taasifame
Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC)- Proojektiin "Africa Rising" horsiisee bultoota Aanaa Madda Walaabuutiif deeggarsa marga loonii hidhaa kuma 2 taasiseera.
Proojektichatti qindeessaan…