Ispoortii Tapha ramaddii xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa… Ayana Dheressa Jan 28, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 20 , 2018 (FMC) – Taphoonni ramaddii xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a galgala ni taphatamu. Kaayiraat, Silaaviyaa Piraag, Viyaariiyaal fi…
Oduu biyya keessaa Ameerikaa fi Itiyoophiyaan dhimmoota faayidaa biyyaalessaa isaanii kabachiisanirratti waloon… Sifen Megersa Jan 27, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2018 (FMC) –Ameerikaa fi Itiyoophiyaan dhimmoota faayidaa biyyaalessaa isaanii kabachiisanirratti waloon hojjechuuf waliigalaniiru. Ministirri Raayyaa Ittisaa Biyyaa…
Oduu biyya keessaa Buusaa Gonofaa —Imala Gara Humna Misoomaa Amansiisatti – Pir. Shimallis Abdiisaa Sifen Megersa Jan 27, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2018 (FMC) –Haaromsi aadaa humna ganamaa aadaa keessa jiru iddootti kan deebisudha jedhan Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan. Pireezidaanti…
Fayyaa Itiyoophiyaan tatamsa’ina dhibee Maarbargii guutummaatti to’achuun milkaa’ina… Sifen Megersa Jan 27, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2018 (FMC) –Itiyoophiyaan tatamsa'ina dhibee Maarbargii guutummaatti to'achuu danda'uun ishee milkaa'ina olaanaadha jedhan Pireezidaantiin Rootarii Idil Addunyaa…
Ispoortii Nageellee Arsii 1- 0 Buna Sidaamaa Sifen Megersa Jan 27, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 17ffaan Nageellee Arsiin Buna Sidaamaa injifate. Nageellee Arsiin galchii 1 fi 0’n Buna Sidamaa…
Oduu biyya keessaa Shakkamtoota namoota kuma1 fi 800 ol seeraan al daddabarsuun Birrii biiliyoona 2 ol miidhamtootarraa… Sifen Megersa Jan 27, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2018 (FMC) – Shakkamtoota 28 namoota kuma1 fi 800 ol seeraan al daddabarsuun Birrii biiliyoona 2 ol miidhamtoota dhuunfarraa walitti qabanirratti himanni banameera.…
Ispoortii Paatiriik Doorguu baatiiwwan 2 oliif dirreerraa ni fagaata Ayana Dheressa Jan 27, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 19 , 2018 (FMC) – Taphataan Maanchistar Yuunaayitid Paatiriik Doorguun sababa miidhamaan baatiiwwan 2 oliif dirree irraa ni fagaata jedhame. Tapha Maanchistar…
Oduu biyya keessaa Galmi keenya oomisha qulqullina qabu gabaa addunyaaf dhiyeessuudha- Kantiibaa Adaanech Abeebee Ayana Dheressa Jan 27, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 19 , 2018 (FMC) – Galmi keenya oomisha shammattootaaf dhiyeessuu qofa osoo hin taane ququllinaan gabaa addunyaaf dhiyeessuudha jedhan Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde…
Oduu biyya keessaa Humni Qilleensaa Itiyoophiya bu’uuraalee misoomaa fi humna namaan of gahomsaa tureera – L/J Yilmaa… Tsehay Guluma Jan 27, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2018 (FMC) – Humni Qilleensaa Itiyoophiya bu’uuraalee misoomaa fi Humna Namaan of gahomsaa tureera jedhan Ajaja Olaanaan Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa Leetanaal…
Fayyaa Rakkoo ittifamuu danda’uun lubbuun haadholii darbuu hin qabu-Biiroo fayyaa Oromiyaa Ayana Dheressa Jan 27, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 19 , 2018 (FMC) – Rakkoo ittifamuu danda'uun lubbuun haadholii darbuu hin qabu jedhe Biiroon Fayyaa Oromiyaa. Guyyaan fayyaa haadholii sadarkaa addunyaatti marsaa…