Oduu biyya keessaa Pirezidaanti Imaanu’eel Maakroon Finfinnee galan Ayana Dheressa May 13, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2018 (FMC)- Pireezidaantiin Farasaay Imaanu’eel Maakroon daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru. Pireezidaantichi wayita Buufata xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee gahan…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan biyyoota Afrikaa biroof fakkeenya birmadummaafi jabinaa ta’uun imala ishee itti… Ayana Dheressa May 13, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan har’as biyyoota Afrikaa biroof fakkeenya birmadummaafi jabinaa ta’uun imala ishee itti fufteetti jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa.…
Oduu biyya keessaa Michummaa Itiyoophiyaafi Faransaay cimaa dhufe Ayana Dheressa May 13, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2018 (FMC) – Seenaa dippiloomaasii waggoota 129 kan qaban Itiyoophiyaafi Faransaay tumsi gama maraan qaban guddachaa dhufeera. Jijjiiramaan asitti michummaan…
Ispoortii Tapha murteessaa Maanchiisteer Siitii fi Kiristaal Paalaas… Ayana Dheressa May 13, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2018 (FMC) – Tapha qixxeesaa Priimeer Liigii Ingilaandiin morkiin Maanchiisteer Siitii fi Kiristaal Paalaas Istaadiyeemii Etihaaditti taphatan hawwii guddaan eegamaa…
Oduu biyya keessaa Antooniyoo Guutareez Finfinnee galan Sifen Megersa May 12, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2018 (FMC) – Barreessaa Olaanaan Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez galgala kana Finfinnee galaniiru. Ministirri Muummee Ittaanaan obbo Tamasgeen Xurunaan…
Oduu biyya keessaa Hambaaleen gara Biriitaaniyaa fudhatamanii turan Itiyoophiyaaf deebi’an Sifen Megersa May 12, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2018(FMC) – Hambaaleen duula Maqdalaan gara Biriitaaniyaa fudhatamanii turan har’a Itiyoophiyaaf deebi’aniiru. Abbaan Taayitaa Hambaalee Itiyoophiyaa hambaalee…
Oduu biyya keessaa Nageenyii fi tasgabbiin bu’ura mul’ata Itiyoophiyaati – Dooktar Geediyoon Ximootiiwoos Sifen Megersa May 12, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2018(FMC) – Nageenyii fi tasgabbiin bu’ura mul’ata Itiyoophiyaati jedhan Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiiwoos. Dooktar Geediyoon…
Ispoortii Roonaaldoon yeroo jalqabaaf Shaampiyoonaa Liigii Saa’udii ta’uufi Sifen Megersa May 12, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2018(FMC) – Liigii Proo Saa’udii keessatti bara dorgommii 4ffaa dabarsaa kan jiru Kiristiyaanoo Roonaaldoon yeroo jalqabaaf Shaampiyoonaa Liigichaa ta’uuf fiixerra…
Oduu biyya keessaa Du’aan boqochuu obbo Zagayyee Asfaaw hordofee Pireezidaanti Taayyeen ergaa gaddaa dabarsan Sifen Megersa May 12, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2018(FMC) – Du’aan boqochuu obbo Zagayyee Asfaaw hordofee Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqisillaaseen ergaa gaddaa dabarsaniiru. Obbo Zagayyee Asfaaw lafti qonnaan…
Teeknooloojii Hubannoo Namtolchee Nageenya saayibarii cimsuuf… Sifen Megersa May 12, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2018(FMC) – Yeroo ammaa Hubannoon Namtolchee jireenya dhala namaa salphisuu qofa osoo hin taane yaaddoo nageenya saayibarii bifa jijjiiraa jira. Addunyaan karaa…