Balaa Tiraafikaa Aanaa Qarsaa Araddaa Awumaraatti mudateen lubbuun namoota 9 darbe
Finfinnee, Mudde 9, 2018 (FMC)- Godina Harargee Bahaa Aanaa Qarsaa Araddaa Awumaraa iddoo addaa Riqicha Qarsaa jedhamutti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota namoota 9 darbe.…