Fayyaa Tola Ooltoonni Dhiiga arjooman Sifen Megersa Jul 27, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2018 (FMC) – Magaalaa Jimmaatti tola ooltoonni waqtii gannaa dhiiga arjoomaniiru. Sagantaan sosochii tajaajila hawaasummaa Tola Ooltummaa Waqtii Gannaa magaalaa…
Oduu biyya keessaa Hirkattummaa roobaarraa gara waggaatti yeroo lama sadii oomishuu… Ayana Dheressa Jul 27, 2026 0 Itiyoophiyaan biyya kuufama qabeenya bishaanii fi lafa qonnaaf ta’u guddaa qabdu taatus dameen qonnaa ishee waggoottaniif rooba irratti kan hirkatee fi rakkoolee hongeefi wabii midhaan…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Naannoo Kibba Lixa Itiyoophiyaa Yaa’ii Idilee gaggeessaa jira Sifen Megersa Jul 27, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2018 (FMC) – Manni Maree Naannoo Kibba Lixa Itiyoophiyaa Yaa’ii Idilee10ffaa bara hojii 5ffaa marsaa 6ffaa gaggeessaa jira. Yaa’iin guyyoota lamaaf gaggeeffamu…
Oduu biyya keessaa Siimpooziyeemiin Loojistiksii fi Kominikeeshinii Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira Tsehay Guluma Jul 27, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2018 (FMC) - Simpooziyeemiin Loojistiksii fi Kominikeeshinii Addaa Afrikaa 2026 qopheessummaa Itiyoophiyaa fi Ameerikaan Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera.…
Oduu biyya keessaa Ministirri Alaa Birundii Dooktar Ambaasaaddar Eedwaardi Biizimaanaan Finfinnee galan Sifen Megersa Jul 26, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2018 (FMC) – Ministirri Alaa Birundii Dooktar Ambaasaaddar Eedwaardi Biizimaanaan Yaa’ii Mana Maree Hojii Raawwachiiftuu Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan siimpoziyeemii Loojistiksii fi Kominikeeshinii addaa keessummeessufi Sifen Megersa Jul 26, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan Simpooziyeemii Loojistiksii fi Kominikeeshinii Afrikaa bifaan adda ta’e kan bara 2026 Finfinneetti keessummeessufi. Siimpoziyeemiin kun…
Oduu biyya keessaa Lammiileen ni mari’atu, Itiyoophiyaan ni fayyiti! Sifen Megersa Jul 26, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2018 (FMC) –Biyyi mana waloo tattaaffii cimaa lammiileen ijaaramtuudha. Rakkoolee keessoo humnaan osoo hin taane marii, waldhaggeeffachuu fi waliigalteen furuun…
Oduu biyya keessaa Kaantibaa Adaanech harmee osoo Yaa’ii Marii Biyyaalessaarratti hirmaachaa jirtuu ilma dhiiraa deesse… Sifen Megersa Jul 26, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2018 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen harmee Naannoo Beeniishaangul Gumuuz bakka bu'uun Yaa’ii Marii Biyyaalessaarratti hirmaachaa osoo jirtuu…
Teeknooloojii Laaboraatooriwwan qorannoo Addaa torban Yuunivarsiitii Raayyaa Ittisaa Sifen Megersa Jul 26, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2018 (FMC) –Yuunivarsiitiin Raayyaa Ittisaa Itiyoophiyaa har'a Wiirtuu Giddugaleessaa Laaboraatoorii Olaanaa damee barnoota, qorannoo fi teeknooloojii keessatti…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa wixinee baajata bara 2019 Birrii biiliyoona 25.4 ol ta’uun dhiyaate raggaasise Sifen Megersa Jul 26, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2018 (FMC) – Manni Maree Naannoo Beenishaanguul Gumuz wixinee baajata bara 2019’f Birrii biiliyoona 25.4 ol ta’uun dhiyaate qorachuun raggaasiseera. Wixineen…