Oduu biyya keessaa Gaachana Jabaa Birmaddummaa Biyyaa… Yonatan Birhanu Jul 25, 2026 0 Finfinnee, Adooleessa 18, 2018 (FMC) – Birmaddummaa fi kabajni biyya tokkoo cimina daangaa fi nageenya uummataan madaalama. Nageenyaa fi kabaja kana eegsisuu keessatti dhaabbanni cimaa,…
Oduu biyya keessaa Humna Elektirikii Meegaa Waatii Kuma 9 Ol Maddisiisuun Danda’ame Yonatan Birhanu Jul 25, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2018 (FMC) - Bara baajataa 2018 keessa maddoota humnaa garaagaraa irraa humna elektirikii meegaa waatii kuma 9 fi 730 maddisiisuun danda'ameera jedhe Ministeerri…
Fayyaa Faayidaa Qullubbiin Diiimaa fayyaa qaamaaf qabu Yonatan Birhanu Jul 25, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2018(FMC) - Qullubbii diimaa nyaata keessatti fayyadamuun fayyaa namaatiif faayidaa hedduu qaba. Isaan keessaa: 1. Dandeettii ittisa dhibee ni cimsa –…
Oduu biyya keessaa Godina Jimmaatti biqiltuuwwan avokaadoo sagantaa ashaaraa magariisaan misooman bu’aa kennuu… Yonatan Birhanu Jul 25, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2018(FMC) - Godina Jimmaatti baroottan darban keessa biqiltuuwwan avokaadoo lafa heektaara kuma 18fi 316 irra dhaabamuun misoomaa jiru. Biqiltuuwwan kanneen…
Oduu biyya keessaa Ashaaraan Magariisaa bu’aa dipilomaasii fi mallattoo misoomaa tokkummaa sab-daneessummaa ti Yonatan Birhanu Jul 25, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2018 (FMC) – Sagantaan Ashaaraa Magariisaa bu'aa dipilomaasii fi mallattoo misoomaa tokkummaa sab-daneessummaa Itiyoophiyaa ti jedhan Ministirri Qindeessaan…
Oduu biyya keessaa Yaadotni gareewwan xixiqqaa 10 irraa maddan cimanii miseensota garee 50f dhiyaachaa jiru –… Yonatan Birhanu Jul 25, 2026 0 Finfinnee, Adooleessa 18, 2018 (FMC) – Komishinarri Olaanaan Komishinii Marii Biyyaalessaa Itoophiyaa, Pirofeesar Masfin Ar'aayaa, yaadotni gareewwan xixiqqaa 10 irraa maddan erga…
Teeknooloojii Inistiitiyuutiin Hubannoo Namtolchee Itiyoophiyaa oomishaalee diijitaalaa gabaa addunyaaf oolan… Ayana Dheressa Jul 25, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2018(FMC)- Inistiitiyuutiin Hubannoo Namtolchee Itiyoophiyaa oomishaalee diijitaalaa gabaa addunyaaf oolan oomisheera jedhan Daayrektarri Olaanaan Inistiitiyuutichaa…
Oduu biyya keessaa Raayyaan Ittisaa fedhii diinota Itiyoophiyaa fashaleessaa jira- Fiild Maarshaal Birhaanuu Julaa Ayana Dheressa Jul 25, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2018(FMC)- Raayyaan Ittisaa fedhii isaanii fashaleessaa jira jedhan Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humnoota Waraanaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Julaan.…
Teeknooloojii Bu’aa tattaaffii hubannoo namtolchee keenyaa arguu eegalleerra- Obbo Tamasgeen Xurunaa Ayana Dheressa Jul 25, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2018(FMC)- Bu’aa tattaaffii hubannoo namtolchee keenyaa arguu eegalleerra jedhan Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaa. Leenjitoonni yeroo…
Oduu biyya keessaa Akkaadaamiin Loltummaa Hoolataa qondaaltota kaadhimamoo marsaa 71ffaa koorsii Matammaa eebbisiisaa… Ayana Dheressa Jul 25, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2018(FMC)- Akkaadaamiin Loltummaa Itiyoophiyaa mooraa Akkaadaamichaa Hoolataatti argamutti qondaaltota kaadhimamoo marsaa 71ffaa koorsii Matammaa eebbisiisaa jira.…