Oduu biyya keessaa Biqiltuu har’aa, gaaddisa boruu… Sifen Megersa Jul 26, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2018 (FMC)- Kaayyoo guddaan Ashaaraa Magariisaa rakkoo mancaatii bosonaa, jijjiirama qilleensaa, dhiqama biyyee fi hanqina magariisummaa furuuf mukkeen dhaabuun…
Oduu biyya keessaa Naannoo Afaaritti sosochiin Itiyoophiyaa Qulqulluu marsaa 3ffaan eegale Tsehay Guluma Jul 26, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2018 (FMC)- Sosochiin biyyaalessaa Itiyoophiyaa Qulqulluu marsaa 3ffaan guyyaa har’aa ifatti eegaleera. Daayrektarri Olaantuun Abbaa Taayitaa Eegumsa Naannoo…
Oduu biyya keessaa Laaboraatooriin ammayyaa Teeknooloojii Raayyaa Ittisaaf Boqonnaa haaraa banu Tsehay Guluma Jul 26, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2018 (FMC)- Yuunivarsiitiin Raayyaa Ittisaa damee barnootaa, qorannoo fi teeknooloojiitiin boqonnaa haaraa kan banu, laaboraatoorii qorannoo olaanaa eebbisiiseera.…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni waggaa Qullubbii Gabre’eelii kabajamaa jira Sifen Megersa Jul 26, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2018 (FMC) – Ayyaanni waggaa Qullubbii Gabre’eelii akkaataa duudhaa amantichaa eegeen kabajamaa jira. Hojii gaggeessaa Mana Lubummaa Waliigalaa Eebbifamoo Abunee…
Oduu biyya keessaa Piroojektoonni godinichatti hojjetaman rakkoo hawaasaa hiikaa jiru – jiraattoota Sifen Megersa Jul 26, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2018 (FMC) –Godina Arsii Aanaa Suudeetti Pirojektoonni bu'uuraalee misoomaa Birrii miiliyoona 500 oliin hojjetamaa turan tajaajila eegalaniiru. Aanichatti…
Oduu biyya keessaa Waardiyyaa Dachee fi Qilleensaa… Tsehay Guluma Jul 26, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2018 (FMC)- Birmadummaa biyya tokkoo mirkaneessuun kan danda'amu, raayyaa ittisaa cimaa teeknooloojii jabanaa hidhate, tooftaa waraanaan gahoomee fi Raayyaa nageenya…
Oduu biyya keessaa Imala Misooma Humna Haaromfamaa Itiyoophiyaa Cimaa Jiru Yonatan Birhanu Jul 26, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2018(FMC) - Imalli Itiyoophiyaan misooma humna haaromfamaa fi walitti hidhamiinsa naannawaa keessatti taasisaa jirtu yeroo ammaa daran fooyya'aa fi gara tumsa…
Oduu biyya keessaa Karra Galaanaa – Waamicha Seenaa fi Uumamaa Yonatan Birhanu Jul 26, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2018 (FMC) – Fedhiin Itoophiyaan karra galaanaa argachuuf qabdu gaaffii faayidaa biyyaalessaa qofa osoo hin taane, waamicha seenaa fi uumamaa kan yeroo darbe…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Galiiwwanii pirojeektoota guguddoo biyyaalessaaf deeggarsa bulchiinsa galii ni kenna… Yonatan Birhanu Jul 25, 2026 0 Finfinnee, Adooleessa 18, 2018 (FMC) – Ministeerri Galiiwwanii pirojeektoota guguddoo biyyaalessaaf damee daldala saffisiisuu fi bulchiinsa galii bu'a qabeessaaan deeggarsa ni kenna jedhan…
Oduu biyya keessaa Yonatan Birhanu Jul 25, 2026 0 Mootummaa biyyaalessaa cimaa ijaaruuf bobbii milkaa'aan gaggeeffameera - Tajaajilicha Finfinnee, Adooleessa 18, 2018 (FMC) – Tajaajilli Odeeffannoo fi Nageenyaa Biyyaalessaa bobbii…