Oduu biyya keessaa Leenjiin hoggantoota olaanoo dhaabbilee federaalaa eegale Ayana Dheressa Aug 20, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2017(FMC)- Leenjiin hoggantoota olaanoo dhaabbilee federaalaa guyyaa har’aa Finfinneetti kennamuu eegaleera. Leenjichi mata duree “ Gara Biyya Fakkeenyummaa…
Oduu biyya keessaa Fedhii misoomaa fi nageenyaa ummataa guutuuf ni hojjetama- Obbo Masfiin Malaakuu Tsehay Guluma Aug 19, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2017 (FMC)- Fedhii misoomaa fi nageenyaa uummataa guutuuf ni hojjetama jedhan Sadarkaa Pireezidaantii Itti aanaa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Qindeessan Kilaastera…
Ispoortii Leenjisaa Masaay Tafariin taphattoota 26’f waamicha dhiyeessan Tsehay Guluma Aug 19, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 13,2017 (FMC)- Leenjisaan garee kubbaa miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Masaay Tafarii tapha gulaallii waancaa Addunyaaf taphattoota 26'f waamIcha dhiyeessaniiru.…
Oduu biyya keessaa Komishinichi Ijaarsa Manneen harka qalleeyyii Aanaalee Ejersa Lafoo fi Dandiitti eegalchise Tsehay Guluma Aug 19, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 13,2017 (FMC)- komishiiniin Invastimantii Itiyoophiyaa Tajaajila Tola Ooltummaa gannaan Godina Shawaa Lixaa Aanaalee Ejersa Lafoo fi Danditti Ijaarsa Manneen harka…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi Daandii Saffisaa Mi’eessoo- Dirre Dhawaa hariiroo daldala naannawichaaf faayidaa olaanaa… Tsehay Guluma Aug 19, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2017 (FMC)- Ijaarsi Piroojektii Daandii Saffisaa Mi’eessoo - Dirre Dhawaa walitti Hidhamiinsa daldalaa naannawichaa fi Hariiroo Ummataa fi Umamataaf…
Oduu biyya keessaa Obbo Tamasgeen Xurunaan Daandii Saffiisaa Mi’eessoo -Dirre Dhawaa eegalchiisan Tsehay Guluma Aug 19, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee Itti Aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan Pirojeektii Daandii Saffiisaa Mi’eessoo- Dirre Dhawaa eegalchiisaniiru. Sagantaa…
Biiznasii Taaksiin dabalata qabeenyaa (VAT) %15 ta’ee akka itti fufu murtaa’e – Ministeera Maallaqaa Tsehay Guluma Aug 19, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 13, 201 7(FMC) – Akkaataa labsii Taaksii dabalata qabeenyaan hammi Taaksii (VAT) %15 ta’ee akka itti fufu murtaa’eera jedhe Ministeerri Maallaqaa. Labsiin taaksii…
Oduu biyya keessaa Oomishaalee Sharafa Alaa hambisan 96 ….. Tsehay Guluma Aug 19, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2017 (FMC)- Ministeerri Indaastirii oomishaalee gosa 96 sharafa alaa hambisan biyya keessatti oomishamaa jiru jedhe. Galii Mootummaa guddisuu fi baasii sharafa alaa…
Oduu biyya keessaa Yaa’iwwan Finfinneetti gaggeeffaman Dippiloomaasii Magariisaaf fayyadamuun barbaachiisaadha Tsehay Guluma Aug 19, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2017 (FMC)- Yaa’iwwan idil Addunyaa fi Ardii Magaalaa Finfinneetti gaggeeffaman dippiloomaasii Magariisaaf fayyadamuun barbaachiisadha jedhan Hayyoonni Hariiroo Idil…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen Barnootaa Olaanoon gara ergama kennameefitti ni seenu – Ministeericha Tsehay Guluma Aug 19, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2017 (FMC) – Waggoota itti aananitti Dhaabbileen Barnootaa Olaanoon guutuumaan guutuutti gara ergama ramadamanitti ni seenu jedhe Ministeerri Barnootaa. Ministirri…