Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Galmeen Barattootaa Haggaya 26 eegala – BBO Tsehay Guluma Aug 22, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2017 (FMC)- Naannoo Oromiyaatti galmeen bara barnootaa 2018 Hagayya 26 hanga Qaammee 5, 2017 gaggeeffama jedhe Biiroon Barnootaa Naannichaa. Qophii karooraa bara…
Oduu biyya keessaa Dudhaaleen aadaa fi amantaalee agarsiistuu Tokkummaa Sabdaneessummaa keenyaatti-TKM Ayana Dheressa Aug 22, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2017 (FMC)-Dudhaaleen aadaa fi amantaalee agarsiistuu Tokkummaa Sabdaneessummaa keenyaatti jedhe Tajaajilli kominikeeshinii Mootummaa. Tajaajilli Kominikeeshinii…
Oduu biyya keessaa Mootummaan rakkoolee godaansa seeraan alaan mudachaa jiran hambisuuf xiyyeeffannaan hojjechaa jira… Tsehay Guluma Aug 21, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 15, 2017 (FMC) – Godaansi seeraan alaa gaaga'ama lubbuu namaa fi mancaatii qabeenyaa hordofsiisuun biyya miidhaa jira jedhe Biiroon Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa…
Oduu biyya keessaa Leenjiin Hoggantoota Mootummaa Naannoo Oromiyaaf kennamu eegale Tsehay Guluma Aug 21, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 15, 2017 (FMC)- Hoggantoota Mootummaa Naannoo Oromiyaaf Leenjiin dandeettii hoggansaa cimsu kennamuu eegaleera. Leenjichi dandeettii hoggansa mootummaa sadarkaan jiru…
Oduu biyya keessaa Hirmaannaan hawaasni misooma keessatti mul’isaa jiru jijjiirama qabatamaa fideera – Hayyoota Ayana Dheressa Aug 20, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2017(FMC) – Tarsiimoo misoomaa mootummaan hojiirra oolchaa jiru keessatti hirmaannaan hawaasni dammaqinaan mul’ise jijjiirama qabatamaa fideera jedhan hayyoonni damee…
Oduu biyya keessaa Fooyya’iinsi miindaa bu’a-qabeessummaa tajaajila mootummaa ni fooyyessa- Hayyoota Ayana Dheressa Aug 20, 2025 0 Finfinnee, Hagayya14, 2017(FMC) – Fooyya’iinsi miindaa hojiirra oole tajaajila mootummaa si’ataa fi qaqqabamaa ta’e kennuu dandeessisa jedhan hayyoonni dinagdee. Hayyuun dinagdee Dooktar…
Oduu biyya keessaa Wabii midhaan nyaataan of danda’uuf hojiileen hojjetamaa jiran Abdachiisoodha-obbo Awwaluu… Ayana Dheressa Aug 20, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2017 (FMC)- Pireezidaantii Itti aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin wabii midhaan nyaataan of danda'uuf hojiileen qulqulliinaan, baay'inaa fi aritiin…
Oduu biyya keessaa Mariin biyyaalessaa rakkoo siyaasaa Itiyoophiyaa furuuf furmaata isa xumuraati- Hayyoota Ayana Dheressa Aug 20, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2017(FMC)- Mariin biyyaalessaa rakkoo siyaasaa Itiyoophiyaa furuuf furmaata isa xumuraati jedhan Hayyoonni. Yeroo garaagaraatti rakkoo siyaasaa biyyattii furuuf…
Oduu biyya keessaa Hayyoonni waliigaltee biyyaalessaaf gahee isaanii bahachuu qabu- Komishinnicha Ayana Dheressa Aug 20, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2017(FMC)- Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa hayyoonni waliigaltee biyyaalessaa keessatti gahee isaanii bahachuu qabu jedhe. Komishinichi mata duree “…
Oduu biyya keessaa Paartileen siyaasaa 11 gamtaa paartii biyyaalessaa tokko hundeessan Ayana Dheressa Aug 20, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2017(FMC)- Paartileen siyaasaa 11 gamtaa paartii biyyaalessaa tokko hundeessaniiru. Paartileen kopha kophaatti socho’aa turan har’a bakka Walitti qabduun Boordii…