Oduu biyya keessaa Qormaanni Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa eegalame Ayana Dheressa Jun 30, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2017 (FMC)- Tajaajillli Barnootaafi Madaallii Qormaataa qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa giddugaloota qormaataa hundatti eegaluu hubachiise. Daayrektarri…
Oduu biyya keessaa Mootummaan gaaffii uummataa deebisuuf har’as akkuma kaleessaa kutannoon hojjeta- TKM Ayana Dheressa Jun 29, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2017 (FMC)- Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa, mootummaan gaaffii uummataa deebisuuf har’as akkuma kaleessaa kutannoon hojjeta jedhe. Uummanni naannoo Amaaraa…
Oduu biyya keessaa Godina Jimmaatti Pirojektoonni garaagaraa eebbifamuun tajaajilaaf banaman Tsehay Guluma Jun 29, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2017 (FMC)- Godina Jimmaa Aanaa limmuu kossaatti projektoonni misoomaa garaagaraa eebbifamuun tajaajilaaf banamaniiru. Pirojektoonni kunneen bakka Paartii…
Oduu biyya keessaa Malaammaltummaan guddinaa fi misooma biyyaaf gufuudha- Dooktar Biqilaa Hurrisaa Tsehay Guluma Jun 29, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2017 (FMC)- Komishiniin Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa Oromiyaa Ogeeyyii miidiyaalee fi Kominikeeshiniif leenjii kennaa jira. Leenjichi mata duree "Miidiyaa…
Oduu biyya keessaa Naannoo Amaaraatti Hiriirri deeggarsaa gaggeeffamaa jira Tsehay Guluma Jun 29, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2017 (FMC )- Hiriirri tarkaanfiilee mootummaan nageenya naannichaa waareessuuf fudhataa jiru deeggaru Magaaloota Naannoo Amaaraa garaagaraa keessatti gaggeeffamaa…
Fayyaa Hanqinni Vitaamiin ‘D’ Daa’imman Qofarratti hin mudatu Tsehay Guluma Jun 29, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2017 (FMC) – Vitaamiin 'D’n coomaan kan bulbulamu yoo tahu, cooma qaama keenya keessa kuufame keessatti vitaaminii oomishuun kan fayyadamuudha. Daa’imman reefu…
Ispoortii Atileetoota qorannoo umrii gaggeessan 76 keessaa 22 qofatu darbe Sifen Megersa Jun 28, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) –Atileetoota qorannoo umrii gaggeessan 76 keessaa koorniyaa lamaaninuu 22 qofatu qorannicha darbe jedhe Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa.…
Idil Addunyaa Afrikaan Xaa’oo biyyoo alaa galchuu ni dhaabdi – Aliikoo Daangootee Sifen Megersa Jun 28, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) –Afrikaan baatiwwan 40'n itti aanaan keessatti Xaa'oo biyyoo alaa galchuu ni dhaabdi jedhan Abbaan Qabeenyaa lammiin Naayijeeriyaa Aliikoo Daangooteen.…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan Pireezidaantii Itti Aanaa Naayijeeriyaa hojiilee misoomaa naannoo… Sifen Megersa Jun 28, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) –Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan, Pireezidaantii Itti Aanaa Naayijeeriyaa Kaashiim Sheetiimaa hojiilee misoomaa…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti sosochiin Itiyoophiyaa qulqulluu marsaa 2ffaan eegale Sifen Megersa Jun 28, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti qaama sosochii guyyoota 90 kan ta'e sosochiin addaa sadarkaa magaalaa Itiyoophiyaa qulqulluu marsaa 2ffaan eegale. Sosochichi…