Sagantaan Ashaaraa Magariisaa eegumsa naannorra darbee fayyadamummaa lammiilee fooyyessaa jira…
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) – Sagantaan Ashaaraa Magariisaa eegumsa naannorra darbee fayyadamummaa lammiilee fooyyessaa jira jedhan Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen.…