Innisheetiiviin Ashaaraa Magariisaa sirna uumamaa deebisanii bayyaannachisuuf qooda guddaa…
Finfinnee, Adoolessa 4, 2018 (FMC) - Sagantaan Ashaaraa Magariisaa naannoolee miidhaman deebisanii misoomsee dhiqama biyyee hir'isuudhaan eegumsi naannoo ittifufiinsa qabu akka uumamu…