Misooma jallisii bakkeewwan Naannoo Oromiyaa hongeen miidhamanii turan gara oomishtummaatti ceesise…
Finfinnee, Adoolessa 3, 2018 (FMC) - Naannoo Oromiyaatti xiyyeeffannoon misooma jallisiif kenname bakkeewwan hongeen miidhamanii turan gara oomishtummaatti ceesisee jira jedhe Biroon Qonnaa…