Magaalaa Goondaritti Manni Barumsaa Bultii Birrii biiliyoona 1 oliin ijaaramuufi
Finfinnee, Amajjii 4, 2017 (FMC) – Magaalaa Goondaritti Mana Barumsaa Bultii Birrii biiliyoona 1 oliin ijaaramuuf deeggarsi Birrii miiliyoona 200 fi Miiliyoona 25 taasifame.
Ijaarsi mana…