Mootummaan deeggarsi gatii boba’aaf taasifame kaayyoo karoorfameef ooluusaa hordoffii cimaa taasisa…
Finfinnee, Amajjii 5, 2017 (FMC) – Mootummaan deeggarsi gatii boba’aaf taasifame kaayyoo karoorfameef ooluusaa hordoffii cimaa taasisaa jiraachuu Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa…