Baankota alaa waliin dorgomuuf qophaa’aa jiraachuu baankonni biyya keessaa ibsan
Finfinnee, Amajjii 5, 2017 (FMC)- Baankota alaa gara Itiyoophiyaa dhiufuun hojjechuuf jiran waliin dorgomuuf qophii barbaachisaa taasisaa jiraachuu baankonni biyya keessaa ibsaniiru.…