Biyyoonni garaagaraa guyyaa yaadannoo injifannoo Adwaa 129ffaa sababeeffachuun ergaa dabarsan
Finfinnee, Guraandhala 23, 2017 (FMC) – Embaasiiwwan biyyoota garaagaraa Itiyoophiyaatti argaman guyyaa yaadannoo injifannoo Adwaa 129ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.…