Oromiyaatti namoonni kumni 100 fi kumni 90 ol leenjii koodaroota Itiyoophiyaa fudhataniiru jedhame
Finfinnee, Caamsaa 1, 2017(FMC)- Naannoo Oromiyaatti namoonni kumni 100 fi kumni 90 ol leenjii koodaroota Itiyoophiyaa fudhachuu Abbaan Taayitaa Saayinsiifi Teeknooloojii naannichaa…