Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Finfinnee Barattoota kuma 6 ol eebbissise Tsehay Guluma Jun 27, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2018 (FMC)- Yuunivarsiitiin Finfinnee barattoota muummee barnootaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 6 fi 417 eebbisiseera. Yuunivarsiitichi marsaa 76ffaaf…
Oduu biyya keessaa Itti gaafatamummaa nutti kennameen dhugaa, kutannoofi amanamummaan ni tajaajilla- Kantiibaa Adaanech… Ayana Dheressa Jun 26, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2018 (FMC)- Itti gaafatamummaa nutti kennameen dhugaa, kutannoofi amanamummaan ni tajaajilla jedhan Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen. Aadde…
Oduu biyya keessaa Dhaloota hanna qormaataa balfu horachuuf hundi qooda isaa bahachuu qaba- Piroofeesar Birhaanuu… Ayana Dheressa Jun 26, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2018 (FMC)- Dhaloota hanna qormaataa balfu horachuuf hundi qooda isaa bahachuu qaba jedhan Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaan.…
Oduu biyya keessaa Booranni bu’uura badhaadhinaa Oromiyaa ta’ee seenaa haaraa barreessuuf deema- Obbo Shimallis… Ayana Dheressa Jun 26, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2018( FMC)- Booranni bu’uura badhaadhinaa Oromiyaa ta’ee seenaa haaraa barreessuuf deema jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.…
Oduu biyya keessaa Naannoo Afaaritti dhaabbiin biqiltuu Sagantaa Ashaaraa Magariisaa eegalame Ayana Dheressa Jun 26, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2018 (FMC)- Naannoo Afaaritti dhaabbiin biqiltuu Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaa mata duree “ Abdii Haa Dhaabnu” jedhuun guyyaa har’aa eegalameera.…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa labsiiwwan waliigaltee liqaafi deeggarsaa garaagaraa raggaasise Ayana Dheressa Jun 26, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2018 (FMC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa walga’ii addaa 1ffaa bara hojii 5ffaa har’a gaggeesseen labsiiwwan waliigaltee liqaafi deeggarsaa garaagaraa…
Oduu biyya keessaa Argannoon qorannoo gatii kiraa mana jireenyaa magaalattii tilmaamuuf qoratamee dhuma baatii… Yonatan Birhanu Jun 26, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2018 (FMC) - Argannoon qorannoo gatii kiraa mana jireenyaa magaalaa Finfinnee tilmaamuuf qoratamee Waxabajjii 30, 2018 irraa eegalee hojiirra oola. Biiroon…
Oduu biyya keessaa Dhaloota dandeettiifi teeknooloojiin dorgamaa ta’e horachuuf hojjetamaa jira- Dooktar Tolaa… Ayana Dheressa Jun 26, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2018 (FMC)- Dhaloota dandeettiifi teeknooloojiin dorgamaa ta'e horachuuf hojjetamaa jira jedhan Hogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dooktar Tolaa Bariisoon.…
Oduu biyya keessaa Ajandaa 6ffaan Yaa’ii Marii Biyyaalessaaf dhiyaatu maal hammata? Ayana Dheressa Jun 26, 2026 0 Ajandaa 6ffaa – Dhimmoota Hawaas diinagdee, akkasuma Qonnaan Bultootaa fi Horsiisee Bultootaa 6.1 Dhimmoota Hawaas diinagdee 6.1.1Gaaffilee Dhimma dubartootaa fi isaan walqabachuun…
Ispoortii Nageellee Arsii 2 – 0 Baankii Daldala Itiyoophiyaa Sifen Megersa Jun 26, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 19, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 37ffaan Nageellee Arsii Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa injifate. Nageellee Arsiin galchii Barakat…