Tarsiimoon Waldaa Hojii Gamtaa ce’umsa diinagdee keessatti qooda olaanaa qaba- Obbo Addisuu Araggaa
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2018 (FMC)- Tarsiimoon Waldaa Hojii Gamtaa ce’umsa diinagdee dhugoomsuu keessatti qooda olaanaa qaba jedhan Ministirri Ministeera Qonnaa Obbo Addisuu Araggaan.…