Oromiyaatti Miseensonni Inshuraansii fayyaa miiliyoona 29 qaqqabuun ibsame
Finfinnee, Bitootessa 17, 2017(FMC) – Naannoo Oromiyaatti waggoottan jahan darbanitti fayyadamtoonni inshuraansii fayyaa hawaasaa miiliyoona 29 ol horachuun danda’amuu Biiroon Fayyaa…