Oduu biyya keessaa Jirbii kuntaalli miiliyoona 1.7 walitti qabame-Ministeericha Debela Tadesse Jan 17, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC)- Oomishi Jirbii kuntaalli miiliyoona 1.7 walitti qabamuu Ministeerri Qonnaa beeksise. Hoji Raawwachiisaa Dursaa Misooma Jirbii Ministeerichaa Obbo…
Uncategorized Obbo Taaggasee Caafoon jila Paarlaamaa Iraan waliin mari’atan Sifen Megersa Jan 17, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC) –Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Obbo Taaggasee Caafoon jila Paarlaamaa Iraan waliin mari’ataniiru. Jila Paarlaamaa Iraan Af Yaa’ii Mana Maree…
Oduu biyya keessaa Duulli bakka bultii Taabotaa qulqulleessuu gaggeeffame Debela Tadesse Jan 17, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC)- Ayyaana Cuuphaa Sababeefachuun Duulli bakka bultii Taabotaa Hurufa Boombii (Jaanmeedaa) qulqulleessuu gaggeeffameera. Duulichis mata duree “Ayyaana…
Oduu biyya keessaa Obbo Awwaluu Abdiin Sochii Dhaabbilee Misoomaa Mootummaa daawwatan Tsehay Guluma Jan 17, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC)- Pireezidaantii itti Aanaa Mootummaa Naannoo oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin Sochii Dhaabbilee Misoomaa Naannnoo Oromiyaa daawwataniiru. Daawwannichaan…
Ispoortii Atileet Itaalammaahu Sintaayyoo Maaraatoonni Doohaatti gaggeeffame injifatte Tsehay Guluma Jan 17, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC)- Fiigicha Maaraatoonii Doohaatti gaggeffameen Atileet Itaalammaahu Sintaayyoo injifatteetti. Atileet Itaalammaahu dorgommicha Sa’aatii 2…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti Raayyaan Nageenyaa marsaa 2ffaaf eebbifaman Tsehay Guluma Jan 17, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC)- Biiroon Bulchiinsaa fi Nageenyaa Magaalaa Finfinnee miseensota Raayyaa Nageenyaa marsaa 2ffaaf leenjisaa ture eebbisiiseera. Hoggantuun Biirichaa…
Oduu biyya keessaa Teeknooloojiin Diroonii Poolisiin tajaajila fooyya’aa akka kennu taasisa jedhame Sifen Megersa Jan 16, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2017 (FMC) – Teeknooloojiin Diroonii Poolisiin tajaajila fooyya'aa akka kennu kan taasisu ta'uu Komishiniin Poolisii Federaalaa beeksise. Komishinarri Jeneraalaa…
Oduu biyya keessaa Kaantiibaa Adaanech Abeebeen Abbootii amantaa Ortodoksii Waloomaa waliin mari’atan Sifen Megersa Jan 16, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2017 (FMC) – Kaantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Abbootii amantaa Ortodoksii Waloomaa waliin mari'ataniiru. Ayyaanni Cuuphaa duudhaa amantummaa…
Oduu biyya keessaa Jilli Paarlaamaa Iraan Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwate Sifen Megersa Jan 16, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2017 (FMC) - Jilli Af Yaa'ii Mana Maree Iraan Mahaammad Gaaliibaafiin durfamu Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwateera. Itiyoophiyaan daandii misoomarra jiraachuu fi…
Biiznasii Namoonni dhuunfaan Maallaqa Noottii sobaa Birrii kuma 25 ol qabatanii socho’aa turan to’ataman Sifen Megersa Jan 16, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti Namoonni dhuunfaan Maallaqa Noottii sobaa Birrii kuma 25 ol qabatanii socho’aa turan to’atamuu ibsameera. Namoonni kunneen Kutaa…