Qabeenya Birrii biiliyoona 7.8’tti tilmaamamu balaawwan qaqqabanirraa baraarameera-Komishinicha
Finfinnee, Amajjii 8, 2017 (FMC)- Baatiiwwaan ja’an darban balaa qaqqabaniin manca’uuf kan ture qabeenya Birrii biiliyoona 7.8’tti tilmaamamu baraaruun akka danda’ame Komishiniin Hoggansa…