Oduu biyya keessaa Hojjettoonni Waajjira Ministira Muummee Dhiiga Arjooman Tsehay Guluma Nov 15, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC) – Hojjettoonni Waajjira Ministira Muummee Dhiiga Arjoomaniiru. dhiiga arjoomuun lubbuu baraaruu ta’uu ibsuun, hawaasni aadaa dhiiga arjoomuu…
Oduu biyya keessaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan Hojiilee Misoomaa Magaalaa Baahir Daar daawwatan Tsehay Guluma Nov 15, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC) -Itaamaajooriin Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan Hojiilee misoomaa magaalaa Baahir Daaritti hojjetamaa jiran daawwataniiru.…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Itiyoophiyaa, Ertiraa, Sudaanii fi Sudaan Kibbaatti Daayrektara Baankii Addunyaa… Debela Tadesse Nov 15, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Itiyoophiyaa, Ertiraa, Sudaanii fi Sudaan Kibbaatti Daayrektara Baankii Addunyaa Mariyaam…
Oduu biyya keessaa Sirna Gadaa:Gosee irraa hanga bu’uura diimokiraasii Addunyaatti Debela Tadesse Nov 15, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC)- Sirni Gadaa Booranaa gosee keessatti jalqabe suutumma guddachuun bulchiinsaa uummataa fi bu’uura diimokiraasii addunyaa jechuun himan qorattoonni fi…
Oduu biyya keessaa Ibsa Ejjennoo Mootummaa Naannoo Oromiyaa irraa kenname Debela Tadesse Nov 15, 2024 0 Nagaa Nagaa Nagaa!!! Ummanni naannoo keenyaa, rakkoon nageenyaa yeroo dheeraaf isaa rakkisaa ture, karaa nagaa akka goolabamu yeroo garaa garaa hiriira nagaa gurguddoo gochuun waamicha…
Oduu biyya keessaa Warshaa Huccuu Dirree Dhawaa humna guutuun akka oomishuuf hojjatamaa jira jedhame Debela Tadesse Nov 15, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC)- Warshaa Huccuu Dirree Dhawaa humna guutuun akka hojitti galuuf hojjatamaa jira jedhan Ministirri Ministeera Indaastirii Obbo Malaakuu Allabal. Obbo…
Biiznasii Rakkoo daldala Ashaboon walqabatu furuuf hojjetamaa jira jedhame Sifen Megersa Nov 15, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC) – Oomishaalee hojmaata Moonoopiiliif saaxilamanii turan keessaa tokko kan ta’e rakkoo Daldala Oomisha Ashaboo furuuf hojjetamaa jiraachuu Ministirri…
Oduu biyya keessaa Filannoon Somaaliilaandi nagaan xumuramuu hordofee Itiyoophiyaan ergaa baga gammaddanii dabarsite Sifen Megersa Nov 15, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC) – Filannoon Pireezidaantummaa Somaaliilaandiitti dheengadda gaggeeffame karaa nagaa fi Demokiraatawaa ta’een xumuramuu hordofee mootummaan Itiyoophiyaa ergaa…
Oduu biyya keessaa Poolisiin Federaalaa fi Ministeerri Nageenyaa Ummata Chaayinaa dhimmoota waloon hojjetanirratti… Sifen Megersa Nov 15, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC) – Komishinarri Jeneraalaa Komishinii Poolisii Federaalaa Dammallaash Gabramikaa’eel Ministir Deetaa Ministeera Nageenyaa Ummata Chaayinaa Zyii Yaanjuu waliin…
Oduu biyya keessaa Dooniin jalqabaa Xaa’oo biyyoo bara 2017/18 feete buufata Jibuutii geesse Sifen Megersa Nov 15, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC) – Dooniin jalqabaa Xaa’oo biyyoo Yuuriyaa jedhamu kuntaala kuma 400 fi kuma 72 ol feete buufata Jibuutii qaqqabuu ibsameera. Yeroo itti aanu hojiin Xaa’oo…