Aadde Adaanechii fi hoggantoonni olaanoon magaalaa Finfinnee haadha Heevan jajjabeessan
Finfinnee, Hagayya 15, 2016 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee fi hoggantoonni olaanoon magaalichaa haadha Heevan argachuun jajjabeessaniiru.
Daa’ima umrii waggaa…