Ummanni Naannoo Afaar duula guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 600 dhaabuurratti akka hirmaatuuf…
Finfinnee, Hagayya 16, 2017 (FBC)-Sagantaa duula guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 600 dhaabuu guyyaa boru gaggeeffamurratti ummanni naannichaa dammaqinaan akka hirmaatu Pireezidaantiin…