Invastimantii Itiyoophiyaan damee fayyaa irratti taasiftuun miiliyoononni fayyadamoo ta’aniiru-…
Finfinnee, Hagayya 19, 2018(FMC)- Invastimantii Itiyoophiyaan tajaajila damee fayyaa irratti taasiftuun miiliyoononni fayyadamoo ta’aniiru jedhan Pireezidaantiin RDFI Taayyee…
Itiyoophiyaatti uwwisni tajaajila fayyaa dabaleera- Dooktar Maqdas Dhaabaa
Finfinnee, Hagayya 19, 2018(FMC)- Itiyoophiyaatti uwwisni tajaajila fayyaa dabaleera jedhan Ministirri Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan.
Yaa’iin Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Naannawaa Afrikaa…
Yaa’iin Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Naannawaa Afrikaa 76ffaan Finfinneetti gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Hagayya 19, 2018 (FMC)- Yaa’iin Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Naannawaa Afrikaa 76ffaan Finfinnee Yaadannoo Injifannoo Adwaatti gaggeeffamuu eegaleera.
Sirna baniinsa…
Finfinnee Giddugala tuurizimii fayyaa gochuuf….
Finfinnee, Hagayya 17, 2018(FMC)- Guyyaa har’aa Kompileeksii Meedikaalaa Niwu Laayif eebbisuun hojii eegalchiisneerra jedhan Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen.
Aadde…
Hirmaattonni walga’ii Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Koree Naannawaa Afrikaa 76ffaan sosochii qaamaa…
Finfinnee, Hagayya 17, 2018(FMC)- Hirmaattonni walga’ii Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Koree Naannawaa Afrikaa 76ffaan Finfinneetti sosochii qaamaafi adeemsa miillaa gaggeessaa jiru.
Adeemsi…
Dandeettiin qorichootaafi meeshaalee yaala fayyaa oomishuu Itiyoophiyaa guddachaa jira- Dooktar…
Finfinnee, Hagayya 15, 2018 (FMC) – Dandeettiin qorichootaafi meeshaalee yaala fayyaa oomishuu Itiyoophiyaa guddachaa jira jedhan Ministirri Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan.
Konfiraansiin…
Misoomni Koriidarii Magaalaa Jimmaa aadaa sochii qaamaa fi fayyaa hawaasaa fooyyessaa jira
Finfinnee, Hagayya 4, 2018 (FMC)- Misoomni koriidarii Magaalaa Jimmaatti raawwatame aadaa sochii qaamaa hawaasaa guddisuun dhukkuboota daddarboo hin taane ittisuu fi walitti dhufeenya…
Riifoormiiwwan qulqullinaafi waliingahiinsa tajaajila fayyaa mirkaneessan hojiirra oolaniiru-…
Finfinnee, Adoolessa 30, 2018(FMC) –Riifoormiiwwan qulqullinaafi waliingahiinsa tajaajila fayyaa mirkaneessan hojiirra oolaniiru jedhan Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan.…
Komii hawaasaa waggootaa kan deebise Hospitaala Barsiisummaafi Riiferaalaa Asallaa
Finfinnee, Adoolessa 23, 2018 (FMC) –Yuunivarsiitii Arsiitti Hospitaalli Barsiisummaafi Riiferaalaa Asallaa tajaajila fooyya’aa haadholiifi daa’immaniif kennuu eegale jedhan jiraattoonni…
Oromiyaatti lakkoofsi miseensota inshuraansii fayyaa hawaasaa miiliyoona 32.6 irra gahe- Biiricha
Finfinnee, Adoolessa 23, 2018(FMC)- Naannoo Oromiyaatti lakkoofsi miseensota inshuraansii fayyaa hawaasaa miiliyoona 32 fi kuma 600 irra gahe jedhe Biiroon Fayyaa Naannichaa.
Biirichi…