Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen Ayyaana bara haaraa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin…
Finfinnee, Qaammee, 5, 2018 (FMC)- Pireezidaantiin RDFI Taayyee Atsiqasillaaseen Ayyaana bara haaraa 2019 sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.
Barri haaraan bara…
Itiyoophiya, biqiloota biliyoona 56.8 dhaabuun addunyaarratti seenaa haaraa galmeessite…
Finfinnee, Qaammee 5, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan yaada Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad maddisiisaniin, sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara 2011 eegalteen biqiloota biliyoona 56.8…
Hojiileen Itiyoophiyaa giddugala Loojistiksii Afrikaa taasisan cimanii itti fufu – Dooktar Abiy…
Finfinnee, Qaammee, 5, 2018 (FMC)- Hojiileen Itiyoophiyaa giddugala Loojistiksii Afrikaa taasisan cimanii itti fufu jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Ministirri Muummee…
Dooktar Abiy Ahimad Sagantaa xumura dhaabbii biqiltuu Ashaaraa Magariisaa bara kanaa raawwatan
Finfinnee, Qaammee 5, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon hoggantoota olaanoo mootummaa waliin ta’uun xumura sagantaa Ashaaraa…
Buufata Egeree Itiyoophiyaa Labsu
Finfinnee, Qaammee 5, 2018 (FMC) - Har'i guyyaa dhumaa waggichaa ti.
Aduun yoo dhiitu waggaan kun nagaa nutti dhaama. Boru ammoo aduu haaraan abdii haaraa qabattee dhalatti.…
Dooktar Abiy Ahimad Giddugala Loojistiksii Ammayyaa Moojoo eebbisan
Finfinnee, Qaammee 5, 2018( FMC)- Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad boqonnaa jalqabaa babal’ina Giddugala Loojistiksii Ammayyaa Moojoo eebbisaniiru.
Ministirri Muummee Dooktar…
Qaammee 5 Guyyaan Egeree sagantaa adda addaatiin magaalaa Bishooftuutti Kabajamaa jira
Finfinnee, Qaammee 5, 2018 (FMC)- Qaammee 5 Guyyaan Egeree sagantaa adda addaatiin magaalaa Bishooftuutti Kabajamaa jira.
Guyyaan kun egeree biyyaa teeknooloojiifi dandeettiin…
Itoophiyaan Egeree Ishee Har’a Hojjechaa Jirti – TKM
Finfinnee, Qaammee 05, 2018 (FMC) – Itoophiyaan egeree ishee har’a hojjechaa jirti jedhe Tajaajilli Kominikeeshnii Mootummaa.
Tajaajilli Kominikeeshinii Mooummaa Qaammee 5 Guyyaa Egeree…
Ergaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad
Qaammee 5 Guyyaa Egeree
Cehumsa Tekinooloojii Biyyaalessaa waraqatarraa gara dijiitaalaa, fayyadamtummaarraa gara kalaquutti! Kaleessa barachuufi sirreessuun, har’a kutannoo olaanaan…
Qaammee 5: Guyyaa Egeree
Itiyoophiyaan egeree dhalootaa bu'uura cimaarra dhaabuuf jijjiirama teknooloojiifi dijitaalaa gara carraa guddinaa, oomishtummaa fi of danda'uutti jijjiiruuf imalli taasisaa jirtu…