Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waltajjiin waloo seera baastootaa magaalaa Hararitti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Mudde 24, 2016 (FBC) – Waltajjiin waloo seera baastoota biyyaaleessa magaalaa Hararitti gaggeeffamaa jira.
Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Obbo Taaggasee Caafoo fi…
Haalli qilleensaa guyyoota torban itti aanaan jiraatu oomisha walitti qabuuf mijataa ta’uu ibsame
Finfinnee, Mudde 24, 2016 (FBC) – Haalli qilleensaa guyyoota torban itti aanaan jiraatu oomisha walitti qabuuf mijataa ta’uu Inistiityuutiin Raaga Haala Qilleensaa beeksise.
Qilleensii…
Walummaa waaraan jabeessuuf seenessa waloo ijaaruun murteessadha – Obbo Adam Faarahi
Finfinnee, Mudde 23, 2016 (FBC) – Walummaa waaraan jabeessuuf seenessa waloo ijaaruun murteessaa ta’uu Itti Aanaan Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faarahi ibsaniiru.
Guyyaan…
Idaawwan Itiyoophiyaanotaa gara miindaatti geeddaruun badhaadhina Itiyoophiyaa ni…
Finfinnee, Mudde 23, 2016 (FBC)- Idaawwan Itiyoophiyaanotaa gara miindaatti geeddaruun seenaa haaraa hojjechuun ashaaraa dhaaloonni leellisaa jiraatu kaa’uun badhaadhina Itiyoophiyaa ni…
Biyyoota alaatti “Waamicha Imala Gara Biyyaa”f sochiin eegalame
Finfinnee, Mudde 23, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaanota dhaloota 2ffaa biyya alaa jiraataaniif waamicha imala gara biyyaa taasifameef sochiin eegalamuun ibsame.
Ministirri Muummee FDRI Dooktar…
Hojjetoonni Matta’aa Birrii miiliyoona 1 utuu fudhatanii argaman to’ataman
Finfinnee, Mudde 23, 2016 (FBC)- Hojjetoonnii Waajjira Bulchiinsa Liizii Lafaa matta’aa Birrii miiliyoona 1utuu fudhatanii harkaa fi harkatti to’annoo jala oolfamuu Poolisiin Magaalaa…
Ayyaannaaf tajaajila qalmaa fayyummaan isaa eegame kennuuf qophiin taasifamuun ibsame
Finfinnee, Mudde 23, 2016 (FBC)- Ayyaanna Qilleef tajaajila qalmaa fayyummaan isaa eegame kennuuf qophii xumuruu Dhaabbannii Qeeraawwanii Magaalaa Finfinnee beeksise.
Hoji Gaggeessaan…
Oromiyaatti pirojektoonni kuma 30 ol Birrii biiliyoona 110’n ijaaramaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Mudde 23, 2016 (FBC)- Barana Naannoo Oromiyaatti pirojektoonni garaagaraa kuma 30 fi 700 ol, Birrii biliyoona 110 oliin ijaaramaa jiraachuun ibsame
Raawwiin pirojektoota…
Pireezidaantiin Somaalii Laandi Misooma Ikkoo Tuurizimii Wancii daawwatan
Finfinnee, Mudde 23, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Somaalii Laandi Musee Bihi Biinii Abdii hojiilee misooma ikkoo tuuriizimii Wancii fi Dandii hojjetamaa jiran daawwataniiru.…
Naannichi Ayyaana Qillee sababeeffachuun sirreeffamtoota seeraa kuma 2’f dhiifama taasise
Finfinnee, Mudde 23, 2016 (FBC)-Biiroon Haqaa Naannoo Amaaraa Ayyana Qillee sababeeffachuun sirrefamtoota seeraa kuma 2 fi 741’f dhiifama taasisuu ibseera.
Hoggannaan Biiroo Haqaa Naannoo…