Browsing Category
Oduu biyya keessaa
“Albiriik” waraqaa ragaa mallattoo daldalaa ramadii idil addunyaa argate
Finfinnee, Mudde 23, 2016 (FBC)- Meeshaan aadaa bishaan qorrisiisu “Albiriik” waraqaa ragaa mallattoo daldalaa ramaddii Idil Addunyaa argachuu Biiroon Aadaa fi Tuuriizimii Beenishaangul…
Waajjirichi waliigaltee karra galaanaa argachuuf mallatteeffame ilaalchisee erga gammachuu dabarse
Finfinnee, Mudde 23, 2016 (FBC)- Waajjirri Ministira Muummee sanada waliigaltee karra galaanaa argachuuf Itiyoophiyaan Somaal Laandi waliin mallatteessite ilaalchisuun erga gammachuu…
Arsii Lixaatti Garbuu Biiraarraa omishamaa jirurraa kuntaalli miiliyoona 3 ol ni abdatama jedhame
Finfinnee, Mudde 23, 2016 (FBC)- Arsii Lixaatti Garbuu Biiraa lafa heektaara kuma 90 irratti omishamaa jirurraa callaa kuntaalli miiliyoonni 3 ol kan abdatamu ta’uun ibsame.
Jilli Hoji…
Ayyaana Qilleef hanqinni dhiyeessii omishaalee akka hinmudanne hojjetamaa jira- Biiroo Daldalaa…
Finfinnee, Mudde 23, 2016 (FBC)-Ayyaana Qilleetti hanqinni dhiyeessii omishaalee akka hinmudanne hojjechaa jiraachuu Biiroon Daldalaa Oromiyaa beeksiseera.
Biirichatti Daayrektarri Gabaa…
Waliigalteen karraa galaanaa argachuuf mallatteeffame cabiisaa Itiyoophiyaa kan suphuudha-MGL
Finfinnee, Mudde 23, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan karra galaanaa argachuuuf waliigalteen Somaalii laandi waliin mallatteessitee cabiisaa ishee kan suphuu fi gaaffiii dhalootaaf deebii kan…
Hiriirri deeggarsaa waliigaltee karraa galaanaa argachuu Itiyoophiyaa gaggeeffame
Finfinnee, Mudde 23, 2016 (FBC)- Hiriirri deeggarsaa fi gammachuu waliigaltee Itiyoophiyaan karraa galaanaa argachuuf Somaaliilaandi waliin mallatteessite bakkoota garaagaraatti gaggeeffamaa…
Seenessa Waloo Ijaarree Itiyoophiyaa Sabdaneettiitti Ulfina Horra-BKO
Seenessa Waloo Ijaarree Itiyoophiyaa Sabdaneettiitti Ulfina Horra-BKO
Finfinnee, Mudde 23, 2016 (FBC)-Seenessa Waloo Ijaarree Itiyoophiyaa Sabdaneettiitti Ulfina Horra jechuun Biiroon…
Yuunivarsitiin Finfinnee fi Baankiin Oromiyaa waloon hojjechuuf sanada waliigaltee mallatteessan
Finfinnee, Mudde 23, 2016 (FBC)- Yuunivarsitiin Finfinnee fi Baankiin Oromiyaa waloon hojjechuuf sanada waliigaltee mallatteessaniiru.
Waliigalticha Pireezidaantii Eggataa Yuunivarsitii…
Agarsiisni Horsiisee bultootaa Afrikaa Bahaa Amajjii 17 eegalee Finfinneetti gaggeeffama
Finfinnee, Mudde 23, 2016 (FBC)- Agarsiisii Horsiisee Bultootaa Afrikaa Bahaa Amajjii 17-23, 2016’tti Finfinneetti akka gaggeeffamu ibsame.
Ministeerri Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii…
Waltajjiin sosochii “Galii Gibira Kabaja biyyaaf” jedhu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Mudde 23, 2016 (FBC)- Ministeerri galiiwwanii mata duree “Galii Gibiraa Kabaja biyyaaf” jedhuun waltajjiii sosochii Abbootii Amantaalee hirmaachise gaggeessaa jira.
Sosochiin…