Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Fooramiin Invastimantii Bulchiinsa Magaalaa Shaggar gaggeeffame
Fooramiin Invastimantii Bulchiinsa Magaalaa Shaggar gaggeeffame
Finfinnee, Mudde 20, 2016 (FBC)-Fooramiin investimentii Bulchiinsaa magaala shaggar Abbootii Qabeenyaa Bulchiinsaa Magaalaa…
Mootummaan marsaa 3’n midhaan deeggarsaa kuntaalaa miiliyoona 1 fi kuma 700 ol lammiileef…
Finfinnee, Mudde 20, 2016 (FBC)- Mootummaan baatii Adoolessaa darberraa eegalee lammiilee balaa lolaa fi hongeen miidhamaniif marsaa 3’n midhaan deeggarsaa kuntaalaa miiliyoona 1 fi kuma 725…
Xaa’oon alarraa geejjibsiifame Kuntaala miiliyoona 4.3 qaqqabuun ibsame
Finfinnee, Muddee 20, 2016 (FBC)- Xaa’oon alarraa geejjibsiifame Kuntaala miiliyoona 4.3 qaqqabuu Koorporeeshiniin Hojiilee Qonnaa Itiyoophiyaa beeksise.
Koorporeeshinichi bara oomisha…
Waamicha nageenyaa kanneen gufachiisanirratti tarkaanfii olaantummaa seeraa kabachiisuuf fudhatamu…
Finfinnee, Mudde 20, 2016 (FBC)- Qaamolee Waamicha nageenyaa mootummaan taasise gufachiisuuf tattaaffii taasisanirratti tarkaanfii olaantummaa seeraa kabachiisuu mootummaan fudhatu cimee kan…
Meeshaaleen kontirobaandii Birrii miiliyoona 239tti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Mudde 20, 2016 (FBC)-Meeshaaleen Kontirobaandii Birrii miiliyoona 239'tti tilmaamamu to'atamuu Koomishiniin Gumrukaa beeksiseera.
Komishinichi hordoffii Mudde 12-18, 2016'tti…
Ministeerri Raayyaa Ittisaa lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 42.5 taasise
Finfinnee, Mudde 19, 2016 (FBC)- Ministeerri Raayyaa Ittisaa lammiilee Godina Waaghimiraatti hongeen miidhamaniif deeggarsa Daakuu qamadii Birrii miiliyoona 42.5 taasise.
Ministir Deetaan…
Amajjii 1 eegalee yuunivarsitiiwwan naannichaa hojii baruuf barsiisuu kan eegalan ta’uu ibsame
Finfinnee, Mudde 19, 2016 (FBC)- Amajjii 1, 2016 eegalee torbeewwan lamaan jalqabaatti Yuunivarsitiiwwan Mootummaa, Naannoo Amaaraatti argaman hojii baruuf barsiisuu akka eegalan Ministeerri…
Tajaajilli Inshuraansii Fayyaa Hawaasaa Ummataaf Hirkoo Fooyya’insa Tajaajila Fayyaaf Daandii…
Finfinnee, Mudde 19, 2016 (FBC) – Tajaajilli Inshuraansii Fayyaa Hawaasaa Ummataaf Hirkoo Fooyya’insa Tajaajila Fayyaaf Daandii Milkaa’inaa Ta’uu Danda’uu Biiroon kominikeeshinii Oromiyaa…
Kabajni Ayyaana waggaa Gabire’elii Qullubbii nagaan xumuramuu Humnichi Waloo beeksise
Finfinnee, Mudde 19, 2016 (FBC)- Kabajni Ayyaana Waggaa Gabire’elii Qullubbii nagaan xumuramuu Humni Waloo Tikaa fi Nageenyaa biyyaalessaa beeksise.
Ayyaanichi Godina Harargee Bahaa Aanaa…
Caffeen Oromiyaa mallattoo fi bakka bu’aa uummata Oromooti – Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan
Finfinnee, Mudde 19, 2016 (FBC) – Caffeen Oromiyaa mallattoo fi bakka bu'aa uummata Oromoo ta'uu Af Yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan ibsan.
Jijjiirama dhufe hordofee…