Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ijaarsi Siidaa Hiikaa Awwaajii (Abbaa Gammachiis) fi Asteer Gannoo Magaalaa Naqamteetti eegalame
Finfinnee, Mudde 22, 2016 (FBC) – Ijaarsi Siidaa Oneesmoos Nasiib fi Asteer Gannoo Magaalaa Naqamteetti eegalameera.
Pireezidaantiin Waldaa Warra Wangeelaa Makkaana Yesuus Itiyoophiyaa…
Waltajjiin Sosochii Kontiroobaandii fi daldala Seeraan alaa ittisuu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Mudde 22, 2016 (FBC)- Waltajjiin sosochii kontiroobaandii fi daldala seeraan alaa ittisuu fi to’achuuf dandeessisu Magaalaa Hawaasaatti gaggeeffamaa jira.
Waltajjicharratti…
Itiyoophiyaan Ifatti Garee BRICS’tti makamte
Finfinnee, Mudde 22, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaa dabalatee biyyoonni shan har’arraa eegalee ifatti garee BRICS’tti makamaniiru.
Itiyoophiyaa dabalatee biyyoonni akka Saa’ud Arabaiyaa, Ijibti,…
Doorkar Abiy bara haaraa faranjootaan ergaa hawwii gaarii dabarsan
Finfinnee, Mudde 22, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad bara haaraa faranjootaa 2024 ilaalchisuun erga baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.
Dooktar Abiy gama miidiyaa…
Pireezidaantiin Somaaleelaand Museebbiihii Abdiin Finfinnee galan
Finfinnee, Mudde 21, 2016 (FBC) - Pireezidaantiin Somaaleelaand Museebbiihii Abdiin Finfinnee galaniiru.
Pireezidaanti Museebbiihii Abdiin wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee…
Obbo Araggaa Kabbaddaan jiraattoota saba Waagmiraa waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 21, 2016 (FBC) - Pireezidaantiin naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbaddaan jiraattoota saba Waagmiraa waliin magaalaa Saqoxaatti mari'atan
Dhimmoota nageenyaa, Misoomaa fi…
Harri Carcar, kunuunsa taasifamuun guutummatti deebi’ee hawwata turizimii akka ta’u…
Finfinnee, Mudde 21, 2016 (FBC) - Harri Carcar, kunuunsa taasifamuun guutummatti deebi'ee hawwata turizimii akka ta'u abdii guutuun qaba jedhan Pireezidantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…
Finfinneetti hojiin kenniinsa tajaajilaa ammayyeessuu cimee itti fufa jedhame
Finfinnee, Mudde 21, 2016 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti hojiin kenniinsa tajaajilaa ammayyeessuu cimee kan itti fufu ta'uu kantiibaan magaalichaa Aadde Adaanachi Abeebeen ibsa.
Aadde…
Itiyoophiyaan Wiixata dhufu Ifatti miseensa BRICS taati
Finfinnee, Mudde 20, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan Wiixata dhufu Ifatti miseensa BRICS taati jedhame.
Hagayya 2015 Afrikaa Kibbaa Johaanisbargitti yaa’ii BRICS 15ffaa gaggeeffamerratti…
Waamichi Itiyoophiyaanota dhaloota 2ffaa biyya alaa jiraataniif taasifame akka milkaa’uuf hojjetamaa…
Finfinnee, Mudde 20, 2016 (FBC)- Waamichi Itiyoophiyaanota dhaloota 2ffaa biyya alaa jiraataniif taasifame akka milkaa’uuf hojjetamaa jiraachuu Misiyoononni Itiyoophiyaa biyyoota garaagaraa…