Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jibuutiin Sagantaa Ashaaraa Magariisaa Itiyoophiyaarraa barnoota fudhatteetti-Mahaammad Abdullaa’ii…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2016 (FBC)- Jibuutiin Sagantaa Ashaaraa Magariisaa Itiyoophiyaarraa barnoota gahaa fudhachuu Ministirri Misoomaa Waaraa fi Eegumsa Naannawaa Biyyattii Mahaammad…
Dhaloonni xiiqa’ee duudhaa eegumsa qabeenyaa uumamaatti deebi’uu qaba-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Sadaasa 23, 2016 (FBC)- Dhaloonni ammaa d xiiqa’ee duudhaa eegumsa qabeenyaa umamaa ganamaatti deebi’uu qaba jedhan Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.…
Irreechi Malkaa Soor kabajame
Finfinnee, Sadaasa 23, 2016 (FBC)- Ji’;a Sadaasaa kan Kabajamuu Irreechi malakaa Soorgodina Iluu abbaa Booritti Kabame.
Irreecha Malkaa Soor kabajame kanarrattis Abbootii Gadaa, Haadholii…
Leenjiin qondaaltota olaanoo Poolisii Finfinneef kennamaa ture xumurame
Finfinnee, Sadaasa 23, 2016 (FBC)- Leenjiin qondaaltota olaanoo Magaalaa Finfinneef Giddugalaa Hoggansaa Afrikaatti kennamaa ture xumurameera.
Leenjichi, riifoormii dhaabbatummaa,…
Itiyoophiyaan dhiibbaa jijjiirama qabeeya qilleensaa ittisuuf tattaaffiin taasiftu fakkeenya kan…
Finfinnee,Sadaasa 23, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan dhiibbaa jijjiirama qabeenya qilleensaa ittisuuf tattaaffiin ofii isheen taasisaa jirtu biyyoota naannawaaf fakkeenyaa kan ta’uudha jedhan…
Naannoo Beenishaangul Gumuzitti hojiilee jajjabeessaan damee qonnaan gaggeeffamaa jiru-Obbo…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2016 (FBC)- Naannoo Beenishaangul Gumuzitti hojiilee jajjabeessaan qonnaan bultoota fayyadamtoota taasisu damee qonnaan hojjetamaa jiraachuu Afyaa’iin Mana Maree Bakka…
Finfinneen Magaalaa ibsituu sabaa fi sablammootaati-Aadde Adaanech Abeebee
Finfinnee, Sadaasa 23, 2016 (FBC)- Finfinneen Magaalaa ibsituu sabaa fi sablammootaati jechuun Kantiibaan Bulchiinsa Magaalattii Aadde Adaanech Abeebeen ibsan.
Guyyaa Sabaa fi…
Aadde Adaanechi hojii manneen kuma 3 fi 200 deebisanii ijaaruu eegalchiisan
Finfinnee, Sadaasa 23, 2016 (FBC)-Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen tola ooltummaan hojii jireenya lammiilee fooyyessuu fi manneen kuma 3 fi 200 deebisanii…
Qabxii barattootaa fooyyessuuf sadarkaa gadiirraa eegalee hojiilee bal’aan hojjetamaa jira-Dooktar…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2016 (FBC)- Oromiyaatti barattoota kutaa 12ffaa qormaataa biyyaalessaa bara barnootaa 2015 qabxii olaanaa fidan sagantaan beekamtii fi baadhaasa kennuu gaggeeffameera.…
Itiyoophiyaan Walga’ii biyyoota BRICS irratti hirmaachaa jirti
Finfinnee, Sadaasa 22, 2016 (FBC) –Itiyoophiyaan Walga'ii biyyoota BRICS Afrikaa Kibbaa Darbaanitti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa jirti.
Muxannoon Dippiloomaasii duraanii qabdu…