Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Namoota karaa seeraan ala biyyaa bahaafi seenaa turan kuma 10 olirratti tarkaanfiin seeraa fudhatame
Finfinnee, Ebla 13, 2018 (FMC) – Tajaajilli Lammummaafi Immigireeshinii baatiiwwan 9 darban keessa namoota karaa seeraan alaa osoo biyyaa bahanuufi seenanuu qabaman kuma 10 olirratti…
Dooktar Abiy Komishinara Walta’iinsa Idil Addunyaa Gamtaa Awurooppaa waliin Mari’tan
Finfinnee, Ebla 13, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Komishinara Walta’iinsa Idil Addunyaa Gamtaa Awurooppaa Jooseef Sikaalaa waliin mari’ataniiru.
Dooktar Abiy…
Faransaay fi Itiyoophiyaan tumsa qaban cimsuuf waliigalan
Finfinnee, Ebla 13, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaafi Faransaay tumsa diinagdee qaban cimsuuf waliigalaniiru.
Ministirri Maallaqaa obbo Ahimad Shideen Walga’ii Baankii Addunyaafi Dhaabbata…
Itoophiyaa fi Ostiriyaan Jijjiirama Qilleensaa fi Galmoota Misooma Waaraa irratti Tumsa Isaanii…
Finfinnee, Eebila 12, 2018 (FMC)- Itoophiyaa fi Ostiriyaan stiriyaan dhimmoota jijjiirama qilleensaa fi galmoota misooma waaraa (SDGs) irratti waliin hojjechuuf walii galteerra gahaniiru.…
JICA’n Ajandaawwan Misoomaa Itiyoophiyaa Dursi Kennamuuf akka Deeggaru Waamichi Dhiyaate
Finfinnee, Eebila 12, 2018 (FMC) - Itiyoophiyaa fi Ejansiin Tumsa Idil-addunyaa Jaappaan (JICA) michummaa misoomaa qaban caalaatti cimsuuf waliigalaniiru.
Jilli Ministira Maallaqaa Obbo…
Hariiroon Itiyoophiyaa fi Gamtaa Awurooppaa cimaa dhufeera – Dooktar Geediyoon Ximootewoos
Finfinnee, Ebla 12, 2018(FMC)- Hariiroon Itiyoophiyaa fi Gamtaa Awurooppaa giddu jiru cimaa dhufeera jedhan Ministirri Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootewoos.
Dooktar Geediyoon…
Itiyoophiyaafi Baankiin Misoomaa Afrikaa michummaa isaanii cimsuuf waliigalan
Finfinnee, Ebla 12, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaafi Baankiin Misoomaa Afrikaa michummaa isaanii cimsuuf waliigalaniiru.
Ministirri Ministeera Maallaqaa Ahimad Shideen Walga’ii Baankii…
Itiyoophiyaafi Gamtaan Awurooppaa Tumsa Dinagdee Cimsuuf Walii Galan
Finfinnee, Eebila 12, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaafi Gamtaan Awurooppaa walta’iinsa dinagdee tarsiimawaa isaanii cimsuuf walii galaniiru.
Ministirri Maallaqaa Obbo Ahimad Shidee Komiishinara…
Guyyaa har’aa raawwii hojii mootummaa guyyoota 100 kurmaana 3ffaa gamaaggamuu jalqabneerra- Dooktar…
Finfinnee, Ebla 12, 2018 (FMC) – Guyyaa har’aa raawwii hojii mootummaa guyyoota 100 kurmaana 3ffaa gamaaggamuu jalqabneerra jedhan Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad.
Ministirri…
Oomishni Ruuzii bara 2017/18’tti gara kuntaala miliyoona 50’tti guddateera- BKO
Finfinnee, Ebla 12, 2018 (FMC) – Oomishni Ruuzii bara 2017/18’tti gara kuntaala miliyoona 50’tti guddateera jedhe Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa.
jijjiirama akka biyyaatti dhufe…