Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pirojektiin Finnaa Dibbee Adaamaa…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa rakkoo horsiisee bulaa hundeerraa furuuf xiyyeefannoo kennuun pirojektii Finnaarratti hojjechaa jira.
Godina Boorana…
Komishinichi yaa’ii waamuuf qophii xumuraa jira- Piroofeesar Masfin Ara’aayaa
Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC)- Komishinarri Komishinii Marii Biyyaalessaa Piroofeesar Masfin Ara’aayaan ajandaalee yaa’ii marii bocuun ifoomsuufi yaa’ii waamuuf komishinichi qophii…
Ambaasaaddar Dooktar Jamaal Bakar xalayaa muudama isaanii Pireezidaantii Emireetoota Araba…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC) – Emireetoota Araba Gamtoomaniitti Ambaasaaddara guutuu ta’uun kan muudaman Ambaasaaddar Dooktar Jamaal Bakar xalayaa muudama isaanii Pireezidaantii…
Albuudnii fi indaastiriin ka’umsa, dinagdeen dijiitaalaa ammoo kan walsimsiisuu dha – Dooktar…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC) - Dameeleen albuudaa fi indaastirii bakka ka’umsa keenyaa, dinagdeen, dijiitaalaa ammoo kan walsimsiisuu dha jedhan Ministirri Muummee Itiyoophiyaa Dooktar…
Waltajjii injifannoo dippiloomaasii olaanaa argamsiise…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad yaa’ii biyyoota garee 20 Afrikaa Kibbaatti gaggeeffame cinatti hoggantoota biyyoota 16 waliin dhimmoota…
Gaaffii abbootii qabeenyaaf saffisaan deebii kennuun yaa’iinsa invastimantii dabaleera- Komishinicha
Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC)- Komishiniin Invastimantii Itiyoophiyaa gaaffii abbootii qabeenyaaf saffisaan deebii kennuun yaa’iinsa invastimantii dabaleerajedhe.
Komishinarri…
Hojiilee Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Baatiwwan Onkololeessaa fi Sadaasaa keessa…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC) – Hojiilee ijoo biyyaalessaa fi addunyaalessaa Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Baatiwwan Onkololeessaa fi Sadaasaa keessa raawwatan Waajjirri…
Dooktar Iyyoob Takkaalinyi Alergitoota waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 22, 2018 (FMC)- Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Dooktar Iyyoob Takkaalinyi alergitoota Bunaa, Salixaa fi oomishaalee dheedhii waliin mari’ataniiru.
Marii…
Finfinneetti hojmaanni komii kaffaltoota gibiraa qoratee deebii kennu eegaluufi
Finfinnee, Sadaasa 22, 2018 (FMC)- Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti hojmaanni komii kaffaltoota gibiraa qoratee deebii kennuuf dandeessisu kamisa dhufurraa eegale hojiirra oola.
Hojmaanni…
Galmeen Imala Hajii bara 2018 eegale
Finfinnee, Sadaasa 22, 2018 (FMC)- Galmeen Imala Hajii bara 2018 buufataalee hundatti eegaleera.
Dursaan Itti aanaa Pireezidaantii Mana Maree waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa…