Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Afrikaan COP30 irratti sagalee tokko dhageessisuun addunyaarratti dhageettii argatteetti- Dooktar…
Finfinnee, Sadaasa 5, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Afrikaan Yaa’ii qabeenya qilleensaa Mootummoota Gamtoomanii COP30 irratti sagalee tokko dhageessisuun…
Damee siyaasaan bu’aaleen Itiyoophiyaa gara boqonnaa haaraatti ceesisan galmaa’an- Dooktar Tasfaayee…
Finfinnee, Sadaasa 5, 2018 (FMC)- Damee siyaasaan bu’aaleen Itiyoophiyaa gara boqonnaa haaraatti ceesisan galmaa’aniiru jedhan Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataatti Waamamaa Olaanaan…
Dhaabbileen riifoormii siilvil sarvisii yaadama Mootummaa Ida’amuun hojiirra oolchuuf dirqama…
Finfinnee, Sadaasa 5, 2018(FMC) - Itti gaafatamtuun Waajjira Ministira Muummee fi Ministirri Dhimmoota Kaabinee Alamtsahaay Phaawuloos, dhaabbileen rifoormii siivil sarvisii yaadama…
Karoorrawwan biyyaalessaa milkeessuuf kutannoon hojjetama- Kantiibaa Adaanech Abeebee
Finfinnee, Sadaasa 5, 2018 (FMC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen bulchiinsi Magaalaa Finfinnee karoorrawwan biyyaalessaa milkeessuuf kutannoon hojjechuu itti fufa…
Guyyaa sabaaf sablamoota Itiyoophiyaa 20ffaa kabajuuf qophiin taasifamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 5, 2018 (FMC) – Guyyaa sabaaf sablamoota Itiyoophiyaa 20ffaa kabajuuf qophiin barbaachisu taasifamaa jira jedhan Af Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo Aganyahu…
Adeemsa marii biyyaalessaa irratti paartileen siyaasa hedduun hirmaataniiru- Piroofeesar Masfin…
Finfinnee, Sadaasa 5, 2018 (FMC)- Adeemsa marii biyyaalessaa irratti paartileen siyaasa hedduun hirmaataniiru jedhan Komishinarri Olaanaan Komishinii Marii Biyyaalessaa Piroofeesar Masfin…
Naannooleen dandeettii kuufamaa misoomsuu isaanii sirnaan fayyadamaa jiru- Obbo Aganyaawu Tashaagar
Finfinnee, Sadaasa 4, 2018 (FMC)- Jijjiiramaan as naannooleen carraa ofiin of bulchuu argatan dandeettii kuufamaa misoomsuu isaanii sirnaan fayyadamaa jiru jedhan Afyaa’iin Mana Maree…
Misooma humna namaa fi ogummaa dagaagsuun tumsa Itiyoophiyaa waliin qabnu ni cimsina- Tumsitoota…
Finfinnee, Sadaasa 4, 2018 (FMC)- Misooma humna namaa fi ogummaa dagaagsuun tumsa Itiyoophiyaa waliin qabnu ni cimsina jedhan tumsitoonni misoomaa.
Tarsimoon haaraan ogummaa fi teeknikaa…
Humni Qilleensaa birmadummaa biyyaa kabachiisuun seenaa boonsaa qaba – Letenaal Jeneraal…
Finfinnee, Sadaasa 4, 2018 (FMC) – Humni Qilleensaa birmadummaa biyyaa kabachiisuun seenaa boonsaa qaba jedhan Ajaja Olaanaan Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa Letenaal Jeneraal Yilmaa…
Agarsiisni Albuudaa fi Teeknooloojii 4ffaan baname
Finfinnee, Sadaasa 4, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan agarsiisa Albuudaa fi Teeknooloojii 4ffaa Giddugala Konveshinii Idil Addunyaa Addisitti bananiiru.…