Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hawaasni barnootaa Magaalaa Jimmaa Birrii miiliyoona 12 fi sangoota 17 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa…
Finfinnee, Sadaasa 27, 2014 (FBC) –Hawaasni barnootaa Magaalaa Jimmaa Birrii miiliyoona 12 fi sangoota 17 gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasisaniiru.…
Tokkummaan humna ijaarsa biyyaati- jiraattota Godina Goondar Kibbaa
Finfinnee, Sadaasa 27, 2014 (FBC) – Tokkummaan humna ijaarsa biyyaa ta’uu jiraattonni Godina Goondar Kibbaa ibsan.
Waltajjiin marii hawaasa daldalaa naannoo Amaaraa Godina Gondor Kibbaa…
Aadde Adaanach Abeebee sadarka ijaarsi daandii Gootaraa-Puushkiin irra jiru daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 27, 2014 (FBC)-Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee sadarka ijaarsi daandii Gootaraa-Puushkiin irra jiru daawwataniiru.
Aadde Adaanach Abeebee fuula…
Hawaasni idil addunyaa uummataa fi Mootummaa Ityoophiyaa cinaa dhaabbachuu qabu-Billanee Siyyuum
Finfinnee, Sadaasa 27, 2014 (FBC) – Hawaasni idil addunyaa uummataa fi Mootummaa Ityoophiyaa cinaa dhaabbachuu akka qaban Itti gaafatamtuun Diijitaal Miidiyaa fi Afaanota Alaa…
Naannoo Harariitti ayyaanni sabaa fi sablammoota kabajame
Finfinnee, Sadaasa 27, 2014 (FBC)- Naannoo Harariitti ayyaanni sabaa fi sablammoota kabajameera.
Guyyaan sabaa fi sabalammoota Ityoophiyaa 16ffaan Mana Maree Naannichaatti sagantaan…
Gareen shororkeessaa ABUT Gaashanaa fi Shawaa Kaabaatti ajjeechaa jumlaa raawwate – Tajaajila…
Finfinnee, Sadaasa 27, 2014 (FBC) – Gareen shororkeessaa ABUT Gaashanaa fi Shawaa Kaabaatti ajjeechaa jumlaa raawwachuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibseera.
Tajaajilli…
Magaalaa Loos Aanjelesitti lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif Doollaari kuma dhibba…
Finfinnee, Sadaasa 27, 2014 (FBC) – Ameerikaa magaalaa Loos Aanjelesitti lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif sagantaa galii walitti qabuu gaggeeffameen guyyaa tokkotti …
Magaalaa Sabbataatti rasaasni Bireenii kuma 2 ol karaa seeraan alaa daddabarfamaa ture to’atame
Finfinnee, Sadaasa 27, 2014 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Sabbataatti rasaasni Bireenii kumni 2 fi dhibbi 5 fi 60 karaa seeraan alaa dabarfamaa ture to’atamuu Qajeelchi Poolisii Magaalaa…
Duulli #Ni Ga’aa/ #No More Jaappaan Tookiyootti gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 27, 2014 (FBC) - Duulli #Ni Ga’aa/ #No More Jaappaan Tookiyoo Imbaasii Ameerikaa fuuldurratti gaggeeffameera.
Lammiileen Ityoophiyaan Jaappaan jiraatan…
Jiraattoonni Godina Qellem Wallaggaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 31tti…
Finfinnee, Sadaasa 27, 2014 (FBC)- Jiraattoonni Godina Qellem Wallaggaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 31tti tilmaamamu taasisaniiru.
Godinichatti qonnaan bultoonnii…