Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhaabbileen garaagaraa lammiilee qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’aniif Birrii…
Finfinnee, Sadaasa 26, 2014 (FBC) - Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa fi dhaabbanni deeggarsaa Seenter Foor Internashinaal Riiproodaaktiiv Heelzii jedhamu lammiilee qa'ee fi…
Giddugalli Dippiloomaasii Paablikii dhaabbilee barnootaa olaanoo hundaa’e
Finfinnee, Sadaasa 26, 2014 (FBC) - Giddugalli Dippiloomaasii Paablikii dhaabbilee barnootaa olaanoo Yuunvarsiitii Aarbaa Mincitti ifatti hundaa'uu ibsame.
Waltajjii hundeeffama…
Dhalattoonni naannoo Tigraay Finfinnee keessa jiraatan garee shororkeessaa ABUT balaaleffachuu itti…
Finfinnee, Sadaasa 26, 2014 (FBC) - Dhalattoonni naannoo Tigraay Finfinnee keessa jiraatan garee shororkeessaa ABUT balaaleffachuu itti fufuu qabu jedhan Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde…
Yuunvarsiitiin Haramaayaa Aanaalee Godina Harargee Bahaa 15’f deeggarsa sanyii filatamaa…
Finfinnee, Sadaasa 26, 2014 (FBC) - Yuunvarsiitiin Haramaayaa Aanaalee Godina Harargee Bahaa 15'f deeggarsa sanyii filatamaa qamadii kuntaala Kuma 1 fi 200 taasiseera.
Yuunvarsiitichi…
Warreen Ityoophiyaa abdii kutachiisuuf dhama’an ofiif abdii kutatan – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Sadaasa 26, 2014 (FBC) - Warreen Ityoophiyaa abdii kutachiisuuf dhama'an ofiif abdii kutatan jedhan Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad.
Ityoophiyaa jechuun wayita tuqan humna akka…
Dhalattoonni Naannoo Tigraay Finfinnee jiraatan hiriira balaaleffannaa garee shororkeessaa ABUT…
Finfinnee, Sadaasa 26, 2014 (FBC) - Dhalattoonnii Naannoo Tigraay magaalaa Finfinnee jiraatan hiriira balaaleffannaa garee shororkeessaa ABUT gaggeessaniiru.
Hiriirtoonni kunneen ummanni…
Salaaleen handhuura goototaati – Dooktar Birihaanuu Leenjisoo
Finfinnee, Sadaasa 25, 2014 (FBC) - Konfirensiin Nageenyaa dhalattoota Salaalee iddoo adda addaa jiraatan hirmaachise Galma Jiddu Gala Aadaa Oromoo Salaaleetti gaggeeffameera.
Konfirensii…
Maajatee, Ajibaar, Doobbaa, Waladdiin, Riqeen, Kamisee fi naannawaan ishee harka diinaa jalaa…
Finfinnee, Sadaasa 25, 2014 (FBC) - Maajatee, Ajibaar, Doobbaa, Waladdiin,Riqeen,Albuukoo Kamisee fi naannawaan ishee harka diinaa jalaa bilisoomuu Tajaajjilli Kominikeeshinii mootummaa…
Nageenya waaraa mirkaneessuuf ummaanni humna guutuun qaamolee nageenyaa waliin dhaabbachuu qaba…
Finfinnee, Sadaasa 25, 2014 (FBC) - Godina Kaamaashiitti Nageenya waaraa mirkaneessuuf ummaanni humna guutuun qaamolee nageenyaa waliin dhaabbachuu akka qabu Preezdaantiin Naannoo…
Giddu Seentummaan dhimma keessoo biyyoota Afrikaarratti taasifamu fudhatama hin qabu- Obbo Dammaqaa…
Finfinnee, Sadaasa 25, 2014 (FBC) – Giddu Seentummaan dhimma keessoo biyyoota Afrikaarratti taasifamu fudhatama kan hin qabne ta’uu Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera…