Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yuunvarsiitiin Arsii fi barattoonni Yuunvarsiitii Dabrabiraan duraanii lammiilee qe’ee fi qabeenya…
Finfinnee, Sadaasa 25, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Arsii fi barattoonni Yuunvarsiitii Dabrabiraan duraanii lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa taasisaniiru.…
Bifuma qabsoo dirree waraanaatti taasisaa jirruun hojiilee idileerrattis onnee fi xiiqii…
Finfinnee, Sadaasa 25, 2014 (FBC) – Bifuma qabsoo dirree waraanaatti taasisaa jirruun hojiilee idileerrattis onnee fi xiiqii walfakkaatuun hojjechuu qabna jedhan kantiibaan Magaalaa…
Magaalichi barattootaa fi barsiisota kuma 30 oomisha duultota waraanaa walitti qabaniif wiixata…
Finfinnee, Sadaasa 25, 2014 (FBC) – Magaalaan Finfinnee barattootaa fi barsiisota kuma 30 oomisha duultota waraanaa walitti qabuuf qophiirra jiraniif wiixata dhufu gaggeessaa kan taasisu…
Magaalaa Naqamteetti sagantaan wabii nyaataa fi fooyya’insa jireenyaa namoota kuma 2 ol…
Finfinnee, Sadaasa 25, 2014 (FBC) – Magaalaa Naqamteetti sagantaan wabii nyaataa fi fooyya'insa jireenyaa namoota kuma 2fi 319 fayyadamtoota taasisu guyyaa har'aa banameera.
Namoonni…
Dhalattoonni Tigraay magaalaa Finfinnee jiraatan boru hiriira balaaleffannaa garee shororkeessaa…
Finfinnee, Sadaasa 25, 2014 (FBC) – Dhalattoonni Tigraay magaalaa Finfinnee jiraatan guyyaa boru hiriira gocha garee shororkeessaa ABUT balaaleffatu gaggeessuuf ta’uu ibsame.…
Waamicha MM Abiy Ahimad hordofee Miseensonni garee shororkeessaa ABUT hedduun harka kennachuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 25, 2014 (FBC) – Waamicha Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad hordofee Miseensonni garee shororkeessaa ABUT hedduun harka kennachaa jiraachuu ibsame.
Muummeen…
Waamicha “Namoonni miiliyoona tokko gara biyya” jedhu hordoofee Tikeettiin Xiyyaaraa saaffisaan…
Finfinnee, Sadaasa 25, 2014 (FBC) – Waamicha “Namoonni miiliyoona tokko gara biyya” jedhu hordoofee Tikeettiin Xiyyaaraa saaffisaan gurguramaa jiraachuu Ameerikaatti Ambaasaaddarri…
Hojjettoonni Komishinii Gumuruukaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasisan
Finfinnee, Sadaasa 25, 2014 (FBC) – Hojjettoonni Komishinii Gumuruukaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasisuu ibsame.
Hojjettoonni koomishinichaa fi hojjettoonni Waajjira Damee…
Duulli birmadummaa milkaa’inaan gaggeeffamaa jira- Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa
Finfinnee, Sadaasa 25, 2014 (FBC) – Duulli birmadummaa biyyaa kabachiisuu milkaa’inaan gaggeeffamaa jiraachuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse.
Adda waraanaatti duuluun cinatti…
Godinichatti bakkeewwan garee shororkeessaa ABUT jalaa bilisa ba’anitti hojiin idilee mootummaa…
Finfinnee, Sadaasa 25, 2014 (FBC) – Naannoo Amaaraatti godina Shawaa kaabaa bakkeewwan weerara garee shororkeessaa ABUT jalaa bilisa ba’anitti hojiin idilee mootummaa Wiixatarraa kaasee kan…