Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godinichatti bakkeewwan garee shororkeessaa ABUT jalaa bilisa ba’anitti hojiin idilee mootummaa…
Finfinnee, Sadaasa 25, 2014 (FBC) – Naannoo Amaaraatti godina Shawaa kaabaa bakkeewwan weerara garee shororkeessaa ABUT jalaa bilisa ba’anitti hojiin idilee mootummaa Wiixatarraa kaasee kan…
Yaa’iin ariifachiisaa Komishinaroota Poolisii Ityoophiyaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 25, 2014 (FBC) – Yaa’iin ariifachiisaa Komishinaroota Poolisii Ityoophiyaa mata duree “ Duula Tokkummaa Sabdaneessaaf” jedhuun gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.…
Mariin Gumii Balal mata duree ‘Boqonnaa Haaraa fi Ijaarsa sirna sabdaneessaa’ jedhuun…
Finfinnee, Sadaasa 25, 2014 (FBC) – Mariin Gumii Balal mata duree 'Boqonnaa Haaraa fi Ijaarsa sirna sabdaneessaa' jedhuun Waajjira Preezdaantii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 72tti tilmaamaman to’ataman
Finfinnee, Sadaasa 25, 2014 (FBC) – Torban darbe meeshaaleen koontiroobaandii Birrii miiliyoona 72 fi miiliyoona 3tti tilmaamaman to’annaa jala oolu koomishiniin Gumuruukaa beeksise.…
Gareen shororkeessaa ABUT iddoolee weeraree ture hundatti qabeenyaa ummataa fi mootummaa saamuu fi…
Finfinnee, Sadaasa 24, 2014 (FBC) - Gareen Shororkeessaan ABUT iddoolee weeraree ture hundatti qabeenya Uumaataa fi mootummaa saamuu fi barbadeessuu himameera.
Lammiilee nagaa ajjeessuu…
Mahaal Meedaa, Caffaa Roobiit,Harbuu fi Makooy harka diinaa jalaa bilisooman
Finfinnee, Sadaasa 24, 2014 (FBC) - Mahaal Meedaa, Caffaa Roobit, Harbuu fi Makooy harka diinaa jalaa bilisoomuu Tajaajjilli Kominikeeshinii mootummaa beeksiise.
Humni nageenyaa Muummee…
Waamicha MM Abiy Ahimad “Gara biyyaa gala” jedhu lammilee Ityoophiyaaf dhiyeessan qindeessuuf qophii…
Finfinnee, Sadaasa 24, 2014 (FBC) – Waamicha MM Abiy Ahimad “Gara biyyaa gala” jedhu lammilee Ityoophiyaaf dhiyeessan qindeessuuf qophii ta’uu Manni Maree Diyaaspooraa Ityoophiyaa…
Ga’uumsi duula birmadummaa gareen shororkeessaa ABUT mootummaa Ityoophiyaatti deebi’ee qormaata akka…
Finfinnee, Sadaasa 24, 2014 (FBC)- Ga’uumsi duula birmadummaa gareen shororkeessaa ABUT mootummaa Ityoophiyaatti deebi’ee qormaata akka hin taanee taasisuufi jechuun Qajeelchi Labsii Yeroo…
Mootummaan fayyadamummaa qaama miidhamtootaaf xiyyeeffannoon hojjechaa jira-Preezdaant Musxafee…
Finfinnee, Sadaasa 24, 2014 (FBC)- Mootummaan fayyadamummaa qaama miidhamtootaa mirkaneessuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu Preezdaantiin naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammad…
Dhaabbileen Qindoomaa Siiviilii Hawaasaa yaalii mootummaa aangorraa fonqolchuuf taasiifamu mormuun…
Finfinnee, Sadaasa 24, 2014 (FBC) – Dhaabbileen Qindoomaa Siiviilii Hawaasaa yaalii karaa seeraan alaan mootummaa aangorraa fonqolchuuf taasiifamu mormuun Gamtaa Afrikaaf Xaalayaa…