Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhaabbileen Qindoomaa Siiviilii Hawaasaa yaalii mootummaa aangorraa fonqolchuuf taasiifamu mormuun…
Finfinnee, Sadaasa 24, 2014 (FBC) – Dhaabbileen Qindoomaa Siiviilii Hawaasaa yaalii karaa seeraan alaan mootummaa aangorraa fonqolchuuf taasiifamu mormuun Gamtaa Afrikaaf Xaalayaa…
Wayita MM Abiy Ahimad duulanitti nu ammoo oomisha keenya dabaluuf hojjechaa jirra- Preezdaant…
Finfinnee, Sadaasa 24, 2014 (FBC)- Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Addaa Oromiyaa Naannoo Finfinnee aanaa Aqaaqii ganda Gammadaatti…
MM Abiy Ahimad gara adda waraanaatti duuluun Raayyaa Ittisaa fi lammiileef kaka’umsa olaanaa uumuu…
Finfinnee, Sadaasa 24, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad gara adda waraanaatti duuluun Raayyaa Ittisaa fi lammiilee biyyattii hunda keessatti hamilee fi kaka’umsa…
Waajjirri Preezdaantii FDRI fi dhaabbileen garaagaraa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasisan
Finfinnee, Sadaasa 24, 2014 (FBC) – Waajjirri Preezdaantii FDRI fi dhaabbileen garaagaraa Raayyaa Ittisa Biyyaa fi lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa taasisaniiru.…
Abbaan Gadaa Karrayyuu garee shororkeessaa shaneen ajjeefaman
Finfinnee, Sadaasa 24, 2014 (FBC)- Abbaan Gadaa Karrayyuu Kadiir Hawaas Boruu garee shororkeessaa shaneen ajjeefamuu Biiroon Dhimmoota Kominikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa ibseera.…
Dhaabbileen garaagaraa Birrii miiliyoona 78 fi Xaafii kuntaala 700 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa…
Finfinnee, Sadaasa 24, 2014 (FBC) - Dhaabbileen garaagaraa Birrii miiliyoona 78 fi Xaafii kuntaala 700 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisaniiru.
Yuunvarsiitiin Arsii…
Uummatni Ityoophiyaa miiliyoona 50 taajajila ibsaa akka argatan hojjechaa jirra – Dooktar Injiiner…
Finfinnee, Sadaasa 24, 2014 (FBC) - Uummanni Ityoophiyaa miiliyoonni 50 taajajila ibsaa akka argatan halkanii guyyaa hojjechaa jirra jedhan Sadarkaa Ministiraatti…
Dhaabbanni Twitarii Akkaawontiiwwan dhugaa Ityoophiyaa fi Eeritiraaf hojjetan ukkaamsaa jiraachuu…
Finfinnee, Sadaasa 24, 2014 (FBC) – Dhaabbanni Twitarii Akkaawontiiwwan dhugaa Ityoophiyaa fi Eeritiraaf sagalee ta’uun hawaasa idil addunyaaf saaxiluuf hojjetan ukkaamsaa jiraachuu…
Magaalaa Dabra Siinaatti tajaajiloonni sababa rakkoo nageenyaa addaan citanii turan deebi’an
Finfinnee, Sadaasa 24, 2014 (FBC) – Magaalaa Dabrasiinaatti tajaajiloonni sababa rakkoo nageenyaa addaan citanii turan deebi’uu ibsameera.
Weerara garee shororkeessaa ABUTiin…
Yaa’iin dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa haala waqtaawaa ilaalchisee ibsa ejjennoo baase
Finfinnee, Sadaasa 24, 2014 (FBC) - Yaa’iin dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa haala waqtaawaa biyyattii yeroo ammaa ilaalchisee ibsa ejjennoo baaseera.
Yaa’ichi walaba ta’us…