Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yaa’iin dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa haala waqtaawaa ilaalchisee ibsa ejjennoo baase
Finfinnee, Sadaasa 24, 2014 (FBC) - Yaa’iin dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa haala waqtaawaa biyyattii yeroo ammaa ilaalchisee ibsa ejjennoo baaseera.
Yaa’ichi walaba ta’us…
Baratoonni magaalaa Baahir Daar sosochii Idil addunyaa “Ni Ga’a’ jedhutti makaman
Finfinnee, Sadaasa 24, 2014 (FBC) - Baratoonni magaalaa Baahir Daar sosochi Idil addunyaa “Ni Ga’a’ jedhutti makamaniiru.
Baratoonni magaalichaa giddu seentummaa biyyoota lixaa kan…
Guyyaan saboota, sablammootaa fi ummatootaa akka Oromiyaatti Finfinneetti kabajame
Finfinnee, Sadaasa 24, 2014 (FBC) - Guyyaan saboota,sablammoota fi uummattoota Ityoophiyaa bara kanaa akka naannoo Oromiyaatti magaalaa Finfinnee kabajameera.
Ayyaanni sabaa…
Waraanni gaggeeffamaa jiru shororkeessitota waliin qofa osoo hin taane fardeen isaanii dabalata –…
Finfinnee, Sadaasa 24, 2014 (FBC) - Diinoota biyya keessaa humna alaa bakka bu’uun Ityooophiyaa waraanaa jiran tokkummaan ta’uun ni moo’anna jedhan Raayyaa Ittisaatti Qindeessaan hojiilee…
Gareen shororkeessaa ABUT guyyoota Daarsaa Giittaa weeraree turetti miidhaa guddaa qaqqabsiisuu…
Finfinnee, Sadaasa 24, 2014 (FBC) – Jiraattonni naannoo Afaar aanaa Ada’aar magaalaa Daarsaa Giittaa gareen shororkeessaa ABUT guyyoota weeraree turetti miidhaa guddaa namaa fi…
Obbo Shimallis ijaarsa Proojektii Bishaan Dhugaatii magaalaa Walisoo jalqabsiisan
Finfinnee, Sadaasa 24, 2014 (FBC) - Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan ijaarsa Proojeektii bishaan dhugaatii Bulchiinsa Magaalaa Walisoo Birrii miiliyoona…
Miidiyaaleen biyyoota Lixaa garaagaraa ABUT waliin qindoomuun oduu sobaan hawaasa idil addunyaa…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2014 (FBC) - Miidiyaaleen biyyoota Lixaa garaagaraa ABUT waliin qindoomuun oduu sobaan hawaasa idil addunyaa dogogorsiisaa jiraachuu Mootummaan Ityoophiyaa beeksiise.…
Gareen shororkeessaa ABUT magaalaa Dabra Seenaatti dhaabbilee yaala Fayyaa guutumaa guutuutti…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2014 (FBC) - Gareen shororkeessaa ABUT magaalaa Dabra Seenaatti Buufataalee yaala Fayyaa fi Hospitaala sadarkaa jalqabaa guutumaa guutuutti barbadeessuu ibsameera.…
Guyyaan ayyaana saboota, sab-lammootaa fi ummatootaa akka Oromiyaatti sadasaa 24,2014 Finfinneetti…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2014 (FBC) – Guyyaan ayyaana saboota, sab-lammootaa fi ummattoota Ityoophiyaa 16ffaan mata duree ‘Obbolummaa tokkummaa sabdaneessummaa’ jedhuun akka naannoo…
Preezdaant Shimallis Abdiisaan qeerroo fi qarree Oromoof waamicha dabarsan
Finfinnee, Sadaasa 23, 2014 (FBC) – Preezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan qeerroo fi qarree Oromoof Waamicha dabarsaniiru.
Ummanni Oromoo yeroo biyyi rakkoo…