Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ayarlaand ejjennoo dogoggoraa Ityoophiyaarratti qabdu akka sirreessituuf yaaliin taasifamaa jira…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2014 (FBC) – Mootummaan Ayarlaand ejjennoo dogoggoraa Ityoophiyaarratti qabu akka sirreessuuf yaalii qindaa’aan dippiloomaasii taasifamaa jiraachuu Ayarlaanditti…
Hawaasni Barnootaa duula birmaddummaarratti akka hirmaataniif barnoonni sadarkaa 2ffaa Sadaasa 27…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2014 (FBC) -Hawaasni Barnootaa duula birmadduummaarratti galaa qopheessuu, oomishaa midhaan dultoota walitti qabuu fi kanneen biroorratti akka hirmaataniif barnoonni…
Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa injifataa imalchiiftoota biiznasii 2021 Afrikaa ta’e
Finfinnee, Sadaasa 23, 2014 (FBC) – Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa imalchiiftoota biiznasii 2021 daandii qilleensa Afrikaatti badhaasa injifachuun isaa ibsameera.…
Injifannoon Baahaa fi Lixaatti argamee giddugala biyyatti akka irra deebi’uu Muummeen Ministiraa…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2014 (FBC) – Injifannoon Baahaa fi Lixaatti argamee giddugala biyyatti akka irra deebi’uu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad himaniiru.
Muummeen…
Haroon Wancii naannawaa Tuurizimi ta’uun filatame
Finfinnee, Sadaasa 23, 2014 (FBC) – Yaa’ii Waliigalaa Dhaabbata Tuurizimii Adduunyyaa 24ffaa magaalaa Ispeen, Maadriidittii taa’aamerratti Haroon Wancii, naannawaa tuurizimii bara 2021…
Kana booda diinni kamuu Ityoophiyaa tuquu hin yaalu-Dooktar Biqilaa Hurriisaa
Finfinnee, Sadaasa 23, 2014 (FBC) – Kana booda diinni kamuu Ityoophiyaa tuquuf waan yaalu natti hin fakkaatu jedhan Waajjira Muummee Ministiraatti qindeessaan Ijaarsa Wiirtuu sirna…
Meeshaaleen garaagaraa masaraa mootummaatii badan biiroo obbo Takilabiraan Ambaayee keessatti…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2014 (FBC) – Meeshaaleen garaagaraa masaraa mootummaatii badan biiroo obbo Takilabiraan Ambaayee Gamoo Eednaamoolrratti argamu keessatti to'atamuu ibsame.
Sakattoo…
Magaalichatti meeshaaleen seeraan alaa fi sanadoonni garaagaraa to’atamuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 23, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti tarkaanfii namoota garee shororkeessaa ABUT waliin hariiroo qaban to’annaa jala oolchuuf fudhatameen meeshaaleen seeraan alaa fi…
Waldaaleen Siivikii Ameerikaatti argamaan qaamolee mootummaa aangoorraa kaasuuf socho’aa turaan…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2014 (FBC) – Dhaabbileen hawaasa siiviikii afur Ameerikaatti argamaan qaamolee seera Ameerikaa cabsuun Mootummaan Ityoophiyaa aangoorra kaasuuf garee shororkeessa ABUT…
Oromiyaatti lafa hektaara miiliyoona 3 ol irraa oomishni sassaabamuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 23, 2014 (FBC) – Oromiyaatti oomishinni lafa hektaara miliyoona 6 fi kuma dhibba 3 qonna gannaatiin misoome keessaa hanga ammaatti oomishinni hektaara miiliyoona 3 ol…