Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Warqeen Birrii miiliyoona 12 ol baasuu to’atame
Finfinnee, Sadaasa 20, 2014 (FBC) - Warqeen Laabbamaan Birrii miiliyoona 12 fi kuma dhibba 3 fi kuma 50tti tilmaamamu karaa seeraan alaa wayita daddabarfamaa ture Waajjira Gumurukaa damee…
Namoonni maallaqa biyyoota garaagaraa maxxansuuf yaalii taasisan to’annaa jala oolan
Finfinnee, Sadaasa 20, 2014 (FBC) – Birrii Ityoophiyaa dabalatee namoonni maallaqa biyyoota garaagaraa karaa seeraan alaa maxxansuuf yaalii taasisan to’atamuu ibsame.
Namoonni kunneen…
Sagantaa “Ityoophiyaan isin waamti” jedhuun Biriin miiliyoonni dhibbi1fi miiliyoonni 60 walitti…
Finfinnee, Sadaasa 20, 2014 (FBC) – Qopheessummaa magaalaa Goondariin sagantaa galii walitti qabuu magaalaa Finfinneetti sagantaa “Ityoophiyaan isin waamti” jedhuun gaggeeffameen Biriin…
Dhaabbileen miidiyaa fi ogeessonni miidiyaa rakkoo Ityoophiyaa yeroo ammaaf hojii furmaata ta’uu…
Finfinnee, Sadaasa 20, 2014 (FBC) – Dhaabbileen miidiyaa fi ogeessonni miidiyaa rakkoo amma Ityoophiyaan keessa seenteef bifa furmaata ta’uu danda’uun ulaagaa ogummaa gaazexeessummaa osoo…
Labsiin yeroo ariifachiisaa Indaastiriiwwan oomishaaf qajeelfama dabarse
Finfinnee, Sadaasa 20, 2014 (FBC) – Labsiin yeroo ariifachiisaa Indaastiriiwwan oomishaaleef qajeelfama dabarseera.
Haaluma kanaan:-
Yeroo ammaa sababa dirqama biyya baraaruu labsiin…
Koreen Waloo namoota dhiittaa mirga namoomaa raawwatan seeratti dhiyeessuuf hundaa’e hojii eegale
Finfinnee, Sadaasa 20, 2014 (FBC) – Dhiittaa mirga namoomaa naannolee Kaaba Ityoophiyaatti raawwate ilaalchisee Koreen Waloo Ministeerotaa yakkamtoota seeratti dhiyeessuu fi miidhamtoota…
Dubartoonni Aanaa Gaawoo Qeebbee hiriirri balaaleffannaa ABUT fi Shanee bahan
Finfinnee, Sadaasa 20, 2014 (FBC)- Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Gaawoo Qeebbeetti hiriirri balaaleffanna ABUT fi Shanee dubartootan geggeeffameera.
Aanaa Gaawoo Qeebbeetti hiriira…
Hidha haaromsa guddichaaf gama marsariitiin deeggarsi Doolaarri kuma dhibba 2 ol walitti qabame
Finfinnee, Sadaasa 20, 2014 (FBC) – Hidha haaromsa guddichaaf gama marsariitii www.mygerd.com jedhuun deeggarsi Doolaarri kuma dhibba 2 fi kumni 70 walitti qabamuu ibsame.
Marsariitiin…
Naannoo Oromiyaatti oomisha bunaa toonii kuma 900 walitti qabuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Sadaasa 20, 2014 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti oomisha bunaa toonii kuma 900 walitti qabuun toonii kuma 400 ammoo gaba biyyaa alaaf dhiyeessuuf hojjetamaa jiraachuu ibsameera.…
Naannoon Sidaamaa Birrii miiliyoona 105 Raayyaa Ittisaaf akaakuu fi maallaqaan deeggarsa taasiise
Finfinnee, Sadaasa 20, 2014 (FBC) – Naannoon Sidaamaa Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 5 Raayyaa Ittisaaf akaakuu fi maallaqaan deeggarsa taasiiseera.
Naannichi Birrii…