Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qorichoonni Birrii biiliyoona 1 olitti tilmaamamuun bitaman gara dhaabbatichaa galeera jedhame
Finfinnee, Sadaasa 20, 2014 (FBC) – Qorichoonni Birrii biiliyoona 1 olitti tilmaamamuun alaa bitaman gara dhaabbilee tajaajilaatti galuu isaanii Ejensiin Dhiyeessa Qorichaalee Ityoophiyaa…
Yuunvarsiitii Diillatti ogeeyyi Fayyaa deeggarsa yaalaa laachuuf gara adda waraanatti imalaniif…
Finfinnee, Sadaasa 20, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitii Diillatti ogeeyyii yaala Fayyaa Raayyaa Ittisaaf deeggarsa yaalaa laachuuf gara adda waraanatti imalaniif gaggeessaan…
Hiriirri dhiibbaa biyyoonni lixaa Afrikaarratti taasisan balaaleffatu Afrikaa Kibbaatti gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 20, 2014 (FBC) – Hiriirri dhiibbaa biyyoonni lixaa Afrikaarratti taasisan balaaleffatu Afrikaa Kibbaa magaalaa Piriitooriyaatti gaggeeffameera.
Hiriiricha kan…
Yuunvarsiitiin Haramayaa du’aatii daa’immanii hir’isuuf deeggarsa garaagaraa taasise
Finfinnee, Sadaasa 20, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Haramayaa du’aatii daa’immanii hir’isuuf deeggarsa garaagaraa Birrii miiliyoona 5 fi kuma dhibba 4tti tilmaamamu taasise.…
Ololaa ol Ityoophiyaan har’as toora xiyyeeffannoo Invastimantiiti – Injiinar Taakkalaa Uumaa
Finfinnee, Sadaasa 20, 2014 (FBC) - Ololaa ol Ityoophiyaan har’as toora xiyyeeffannoo Invastimantii ta'uu ishee Ministirri Ministeera Albuudaa Injiinar Taakkalaa Uumaan ibsan.…
Qaala’iinsa gatii to’achuuf xiyyeeffannoo olaanaan hojjetama jira – Tajaajila Kominikeeshinii…
Finfinnee, Sadaasa 20, 2014 (FBC) - Qaala’iinsa gatii to'achuuf tarkaanfii fudhatameen fooyya’iinsa gaariin argamuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksiiseera.
Qaala’iinsa…
Odeeffannoon tibbana waraanni Ityoophiyaa loltoota Sudaan haleele jedhu odeeffannoo sobaati –…
Finfinnee, Sadaasa 20, 2014 (FBC) - Odeeffannoon tibbana waraanni Ityoophiyaa loltoota Sudaan haleele jedhu odeeffannoo sobaa ta’uu Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa beeksiiseera.…
Diinni iddoolee weeraree turetti miidhaa olaanaa qaqqabsiiseera – Tajaajila Kominikeeshinii…
Finfinnee, Sadaasa 20, 2014 (FBC) - Diinni iddoolee weeraree turetti miidhaa olaanaa qaqqabsiisuu Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa beeksiise.
Diinni iddoolee weeraree turetti…
Dirree biyyi barbaaddu hundaatti duuluun barbaachisaadha- Aadde Adaanech Abeebee
Finfinnee, Sadaasa 20, 2014 (FBC) –Nageenya waaraa, biyya tasgabbiin ishee eegamee fi badhaate itti fufsiisuuf dirree biyyi barbaaddu hundaatti duuluun barbaachisadha jedhan kantiibaan…
Dhaabbanni Zuuviiyas Laayifsaayins Ityoophiyaatti hojii Invastimantiirratti bobba’uuf daawwannaa…
Finfinnee, Sadaasa 20, 2014 (FBC) – Dhaabbanni Hindii qoricha oomishuurratti bobba’e Zuuviiyas Laayifsaayins jedhamu Ityoophiyaatti hojii Invastimantiirratti hirmaachuuf daawwannaa taasisuu…